05/28/2025
Partii 2ffaan ittii fufa............
Hoggansi Warri Aanaa GB bulchaanis waan tokko jijjiiru akka hin dandeenye of waan beekaniif Kan irraa wayya filaatan Akkaa nutii hin jijjiramnef Ajandaa sobaa nutii bocuu Akkaa nutii hin jijjiramnef Akkaa nutii yeroo mara isaanii gadi tanuuf jabaa keenyas dafaani maqaa ballessu akka nutii tokkoo hin taneef nurratti dalagani wal nu jibbisisan Even yeroo waltajjii garaa garaa demaanillee lala mee Ajandaa nuf bocaani demuu hanga dhufaanitti Akkaa nutii wa'ee sani qofa Ajandaa godhane guyyaa gutuu hasayaa olluuf kayyoon isaani guddaan Akkaa nutii hin jijjiramne waan barbadaanif amma amma Ajaanda dhara nuf bocuu Nama tokko tokkofis Waan akkanati isiinif gona jedhani sobun maallaqan bituun Akkaa isaan farsanif ni uumatuu baqa bara baran wanni isaan godhu ykn jijjiru danda’ani kanuma qofa waan ta'eef
I LOVE YOU Atii Wannii barbaaddu Rakkoo kaasuu fetee saniif furmaata akka argituuf osoo hin ta'iin Ykn Ajandaa kaan uumtuuf Rakkoo Namaa dhuunfaa Atii hin barbaanne sun galmaa akka sif gahu qofaaf kaastaa Waa malee Mannii hin aruu jedhanii mitiree Anii yerumaa tokkoon Akkana sin ja'uu hin dandeenyee yeroo hedduu Rakkoo Atii kaastuu fi Ajandaan Atii umtuu yeroo dheeraaf hordofaan turee
Fakkeenyaaf waan isiin tajjabneera
1. ...AJANDAA WA'EE BARUUMSAA irratti rakkoolee hedduu kaastee Akka wa'eee Paartiiti yeroo hundaa Ajandaa ta'uus qaba jettani silaa waan baredadha kaastaa targeeta ofii kee barbaaddu sanif jechaa irra dibaa gota malee (miss points) 👉fkn yeroo hedduu wa'eee barumsaa kaasta barattoonni keenya barumsaa barachuu qabu nun jetta!? Hoggansi warri GB bulcha jiranilleen Akkasuma nun jettani! Lala mee kijibaa isaanii jara foggiiso kana Ajaa'ibaa bar garuu guyyaa tokkolleef tatuu dogoggoraani waan
Baruumsa barachuun baayyee nu jibbisiisef kaastani hin beektaan hundii keesaanu
Maaliif yoo jettan warri baratee xumureehuu akka amma agaru kana tayaa jira. Hiyyoomuuf barannaa nuti? Maatiin keenya na fayyada jedhee qa