14/12/2022
Yooyyaa ammallee yooyyaa
Hawaasa biyya faransaay Lyon fii naannawa ishee akkasuma hawaasa biyya faransaay hundaaf dhagayaa wal dhageessisaa
Hawaasni magaalaa Lyon lammiilee teenya tan bifa hin taanen mormi muramaa jiruufii diroonidhaan gubachaa jiraniif sagalee ta'uudhaf qophii xumuuranii jiru
Hiriira kana bifa gaarin akka irraa milkoofnuf hedduu irratti dalagamaa jira
Eddoo hiriiraa
Place bellecour 69002 Lyon
Sanbata dhufu gaafa guyyaa 17/12/2022
Sa'aatii 12h00 irraa hanga 17h00
Asumaan fuula media keenyatiinis wal baradhaan waamicha keenya follows gochuun hojiilee keenya haaraya hordofaa galatoomaa