19/05/2025
🚀 Baankiin Raammis Appii Mobaayilaa Yeroo Jalqabaaf Hojii Yoo Eegalchisuu Gammachuu Guddaatu Itti Dhagahama!🎉
Appiin kun “Google Play Store” irratti kan argamu yoo ta'u, yeroo dhiyoottis fayyadamtoota “iPhone’f “App Store” irraa argachuu akka danda'an gamanuuman gammachuu guddaadhaan isin beeksisuu feena!
Appilikeeshinii kana fayyadamuun maallaqa dabarsuu, kaardii mobaayilaa guutuu, fi maallaqa gara boorsaa Telebirr keessanitti dabarsuu akka dandeessan ibsaa; gara fuulduraattis filannoowwan hedduun akka dabalaman isin beeksisna!
🚀 ራሚስ በባንኩ ታሪክ የመጀመሪያ የሆነውን የሞባይል መተግበሪያ ስራ መጀመሩን ሲያበስር በታላቅ ደስታ ነው! 🎉
ይህ መተግበሪያ በ ጎግል ፕሌይ ስቶር” Google Play Store” 📱✨ ላይ የሚያገኙት ሲሆን ለአይፎን ተጠቃሚዎች በቅርቡ በአፕ ስቶር ” App Store” ላይ እንደሚያገኙት ስንገልፅ ከታላቅ አክብሮት ጋር ነው!
ይህን መተግበሪያ በመጠቀም ገንዘብ ማስተላለፍ፣ የሞባይል ካርድ መሙላት፣ ወደ ቴሌብር ዋሌትዎ ገንዘብ ማስተላለፍ እንደሚችሉ እየገለፅን ወደፊት ብዙ አማራጮች እንደሚታከሉበት ልንገልፅልዎ እንወዳለን።
Get it on Play Store 👇
https://play.google.com/store/apps/details?id=et.rammis_omini