Raas Ali

Raas Ali Yaroo hedduu Raa ali

14/04/2023

Ji'a Ramadaanaa keessa hojii toltuu fi gaggaarii dalaguu baay'isuutu jajjabeeffama. San keessaa tokko Hojii Ajrii guddaa qabu ijaarsa Maajiidaati. Kanaaf hojii kanarratti hirmaadhaa kheeyrii baay'ifadhaa jenna.

"ODUU GAMMACHISAA !!

Masjiidni Bilaal kan magaalaa Baddeeysaa gama xumuraarra gayee jira. Alhamdulillaah ☝️ Amma immoo afata(ruumii) isaaf barbaachisuu fii wantoota muraasaa qofaatu hafe. Hirmaannaa teeysaniin jaaramee xumuramuun isaa hedduu naa gammachiisa. Rabbi biratti galata guddaa qabdan.

Mu'uminni kheeyriirraa hin quufu akkuma ja'amu sanitti yaroon keeysa jirru yaroo Ramadaanaa tan Nabiin keenya(SAW) sadaqaa keeysu heddummeeysanitti nutiis waan dandeenyu gumaachinee afata kana kurnan boodaa kana keeysatti bituu qabna.

Hirmaannaan baranaa ta soomana bara dabree caaluu qabdi waan tayeef jajjabaachuu qabna. Warri hirmaattan fayyaadahaa. Kan itti jirtan jabaadhaa. Kan hin dhagayin koottaa qooda fudhadhaa milkaawaa. Odeeyfannoo tanaas nama kheeyriirraati hirmaatuu barbaadu biraan gayaa.

Goolii Egaan🧤 Arsenal Aaron RamsdalenWa’e Arsenal akkana jechu dhan dubbaate🎙️🗣️Arsenal amma gahuumsa adda irra jira,Gar...
07/04/2023

Goolii Egaan🧤 Arsenal Aaron RamsdalenWa’e Arsenal akkana jechu dhan dubbaate🎙️🗣️Arsenal amma gahuumsa adda irra jira,Garuu Kun bara dorgommii tokko qofa kanNuti Sadarkaa olaanaa irratti hojjaannu ta’uu hin qabu .Kun tarkaanfii keenya isa jalqabaa Akka ta’u barbaanna, bara dhufus ammas UEFA Champions League Waliin deemna Dorgoommi sanas injifaachu Barbaanna , Akkasumas Premier League Wancawwaan 🏆 heddu injifaachu barbaanna, sanif niHojjaanna : Jechu dhan dubbaate. Aaron Ramsedale❣️❣️. ✍️Yad Barreessa 🤞. 👇https://www.facebook.com/jiirra.hundabaacha.3

Visit the post for more.

Boqonnaa Qabsoo Itti AanuSEENSAQabsoon Ummanni Oromoo geggeessaa ture yeroodhaa gara yerootti sadarkaaleefii haalota gar...
07/04/2023

Boqonnaa Qabsoo Itti AanuSEENSAQabsoon Ummanni Oromoo geggeessaa ture yeroodhaa gara yerootti sadarkaaleefii haalota garagaraa hedduu keessa dabarte. Yeroo ammaa kana immoo boqonnaa qabsoo haaraa keessa jirra. Keessattuu bara 2018 as boqonnaa qabsoon keessa seente sirriitti gadi fageenyaan xiinxalanii ilaaluun injifannoolee argaman tiksuufi balaa nu mudatan jala dabruuf barbaachisaadha.Boqonnaan qabsoo bara 2018 booda seenne kun kanneen asiin duraatiin maalin adda?...

Boqonnaa Qabsoo Itti AanuSEENSAQabsoon Ummanni Oromoo geggeessaa ture yeroodhaa gara yerootti sadarkaaleefii haalota garagaraa hedduu keessa dabarte. Yeroo ammaa kana immoo boqonnaa qabsoo haaraa k…

XiaoYing_Video_1680634193459-1
06/04/2023

XiaoYing_Video_1680634193459-1

Visit the post for more.

Dubbisaa hirraa baradhaa Suuraan kuni Miidiyaalee   Irratti xiyyeeffannoo argatee Oole.Miidiyaan Guddaa Addunyaa   Dabal...
06/04/2023

Dubbisaa hirraa baradhaa Suuraan kuni Miidiyaalee Irratti xiyyeeffannoo argatee Oole.Miidiyaan Guddaa Addunyaa Dabalatee Viidiyoo Gabaabduu taatee kanaa godhachaa oolan.Taateen Kuni Biyya ta'e.Imaamin Biyya Masijiida tokkotti Salaata Taraawii salaachisaa turan.Quri'aanaa Rabbii Sagalee Addaatiin lolaasaa turan.Adurreen takka dhuftee Ceekuu imaamaa irra baatee.Morma jala lootee Boqoo Imaamaatti riiqatte.Sagalee Imaamatti gammaddee Irraa bu'uu didde.Gochaa Rabbiiti. .

Dubbisaa hirraa baradhaa Suuraan kuni Miidiyaalee Irratti xiyyeeffannoo argatee Oole.Miidiyaan Guddaa Addunyaa Dabalatee Viidiyoo Gabaabduu taatee kanaa godhac…

04/04/2023

Raayyaa Abbaa maccaa “n319_w1150” by BioDivLibrary/ pdm 1.0

Raayyaa Abbaa maccaa 36B
04/04/2023

Raayyaa Abbaa maccaa 36B

Raayyaa Abbaa maccaa “n319_w1150” by BioDivLibrary/ pdm 1.0

Address

02
Nazareth
BITAA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Raas Ali posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Raas Ali:

Share