07/08/2024
Addunyaan tun addunyaa qormaataaf Uumamte malee haqaaf Uumamtee miti. Yaa Rabbi ati akka feete. Abbaan haqaa sii olii hin jiru. Kadiir Ahmad Dhukkubsadhee hanga dandeessan nagargaaraa jedhee kadhate, Tokko ammoo Ilkaan gatiin isaa qaalii dhaa naa dhaabsisaa jedhee kadhate. Kan lubbuun kadhate dhabee kan Ilkaanii argate. Lachuu ammoo Artistoota. Oromoota. Dandeettiis Walii gadi hin qaban ...... Mali ree as keessatti wanti dabe , ..... ? Addunyuma tanatu dharaa fi dabarraa kalaqamee hayaa...
Wellisaa Kadir Ahmad dhibee isa mudateen erga yaalamaa turee booda Wixata (Hagayya 5, 2024) galgala lubbuunsaa darbe.
Deeggarsi akka godhamuuf waamichi godhamaa ture. Weellisaa Kadir dhaammateera.
https://bbc.in/3yrm1Cc