CoopAlhuda Halal Branch

CoopAlhuda Halal Branch We offer our banks IFB advisory services you may require from time to time.

  2ffaa: Bu'uuraalee BaajataBaajata jechuun maallaqni kee eessa akka deeme gaafachuu dhiistee eessa akka deemu qaabu itt...
19/04/2025

2ffaa: Bu'uuraalee Baajata

Baajata jechuun maallaqni kee eessa akka deeme gaafachuu dhiistee eessa akka deemu qaabu itti himuudha.

Maallaqni kee garamitti akka deemu yaaddee beektaa? Wantoonni baajata salphaatti bulchuuf nu gargaaran kanneen armaan gadiiti:

1.Galii kee beeku: Maallaqa meeqa qabda? 💰
2.Wantoota barbaachisaa ta'aniif dursa kennu: Waan kaffaluu qabdu (kiraa manaa, nyaata, kaffaltii) tarreessi. ✅
3.Fedhiiwwan tokko tokko: Wantoota bashannansiisoo (alaa nyaachuu, hojiiwwan bohaartii) irratti daangaa kaa'i. ➡️
4.Xiqqoo qusadhu: (akka qarshii 10 keessaa 1) Qusannaan xiqqoollee tahu ni gargaara! 🚀

Qajeelfama salphaa: seera 50/30/20 yaalaa:
-50% MUST-HAVES jedhamuuf
-30% WAAN ITTIN BASHANANSIIF
-20% liqaaf qusachuu/kaffaluuf

Seera/Rule 50/30/20 (Fakkeenyaf) nama ji'atti Birrii kuma 30000 argatu.

-Nageenya bu'uuraa/Fedhii(50% = 1,500 Birr): Kiraa manaa, nyaata, geejjibaa.
-Waan barbaaddaniif garuu lubbuun jiraachuuf barbaachisaa hin taaneef (30% = 900 Birr): Bashannana, nyaata ala nyaachuu.
-Qusannoo/Liqaaf (20% = 600 Birr):** Galmaaf qusachuu, liqii kaffaluu.

'uuraalee baajata faayinaansii maallaqaa

 #ትምህርት 2፡ የበጀት መሰረታዊ ነገሮችበጀት ማለት ገንዘባችሁ የት እንደገባ ከመጠየቅ ይልቅ የት መሄድ እንዳለበት መንገር ነው።ገንዘብህ የት እንደሚጠፋ አስበህ ታውቃለህ ?  ቀላል በጀትን...
19/04/2025

#ትምህርት 2፡ የበጀት መሰረታዊ ነገሮች

በጀት ማለት ገንዘባችሁ የት እንደገባ ከመጠየቅ ይልቅ የት መሄድ እንዳለበት መንገር ነው።

ገንዘብህ የት እንደሚጠፋ አስበህ ታውቃለህ ? ቀላል በጀትን ለመቆጣጠር የሚረዱ ምንገዶች እነሆ:
1 .ገቢህን እወቅ: ምን ያህል ገንዘብ እንደሚገባ? 💰
2 . ቅድሚያ ለአስፈላጊ ነገሮች:መክፈል ያለብዎትን (ኪራይ፣ ምግብ፣ ሂሳቦች) ይዘርዝሩ። ✅
3 .አንዳንድ ፍላጎቶችን መተው/መቆጨብ ፡ለአዝናኝ ነገሮች (ውጪ መብላት፣ የትርፍ ጊዜ ማሳለፊያዎች) ገደብ ላይ ይወስኑ። ➡️
4 . ትንሽ መቆጠብ:ትንሽ መቆጠብ (1 በ10 ብር) ቢሆን እንኳን ይረዳል! 🚀

ቀላል መመሪያ:50/30/20 ህግን ይሞክሩ፡
-50% ለ MUST-HAVES
-30% ለ FUN STUFF
-20% ዕዳ ለመቆጠብ/ለመክፈል

የ50/30/20 ህግ ለምሳሌ በወር 3,000ብር የሚያገኝ ሰው ።

- ፍላጎት/ለመሰረታዊ ደህንነት አስፈላጊ (50% = 1,500 ብር):ኪራይ፣ ምግብ፣ ትራንስፖርት::
-ለምትመኘው ነገር ግን ለህልውና አስፈላጊ አይደለም (30% = 900 ብር):መዝናኛ፣ ከቤት ውጭ መብላት።
-ቁጠባ/ዕዳ (20% = 600 ብር):ለአላማ ለመቆጠብ፣ ብድር ለመክፈል።

#የበጀት መሰረታዊ ነገሮች #ፋይናንሺያል ምክሮች #የገንዘብ አያያዝ

13/12/2023

Hojjii tursiisuu dhiisi ykn Hojii yeroo biraatti dabarsuu dhiisi. yeroo baay’ee jireenya keessatti, waan tokko tokko harkifachuu fi yeroo baay’ee booda hojjechuu akka dandeenyu nutti dhaga’ama. Garuu lammata carraa wal fakkaatu argachuu dhiisuu dandeenya. Jireenyi akkanuman darbaa jira. Kunoo har'i, boru kaleessa akka ta’uu argiine . Kanaafuu amma hojjechuun gaariidha.

From student week Memories    Coopbank Halal Branch
12/12/2023

From student week Memories
Coopbank Halal Branch

Mudarabah Gaammee
12/12/2023

Mudarabah Gaammee

Coopbank of oromia
12/12/2023

Coopbank of oromia

10/05/2023

Kooppeey-Iibirri - Filannoo Kaffaltii Dijitaalaa Si’ataa!

Kooppeey-Iibirri konkolaachistootas ta'e abbootii qabeenyaa buufata boba’aaf kaffaltii boba’aa raawwachuuf mala si’ataa fi mijataadha. Appilikeeshinii isaa ‘App Store’ ykn ‘Google Play’ irraa buufachuun itti fayyadamaa.
*841 # bilbiluun ofiin of galmeessuun ammoo tajaajilicha isiniif salphisa.
Gaaffii yookaan yaada yoo qabaattan, karaa lakkoofsa bilbilaa keenya kaffaltii irraa bilisa ta’e 609 nu qunnamuu dandeessu!

ኮፔይ-ኢብር - ፈጣን ዲጂታል የክፍያ አማራጭ!

ኮፔይ-ኢብር ለአሽከርካሪዎችም ሆነ የነዳጅ ማደያ ባለቤቶች ፈጣንና ምቹ የክፍያ አማራጭ ነው፤ አፕልኬሽኑን ከአፕ እስቶር ወይም ከጎግል ፕሌይ በማውረድ ይጠቀሙ።
*841 # ላይ በመደወል በራስዎ መመዝገብ አገልግሎቱን ቀላል ያደርገዋል።
ለማንኛውም ጥያቄ ወይም አስተያየት በ609 ነፃ የስልክ መስመራችን ያገኙናል!
Download: https://coopbankoromia.com.et/coopay-ebirr/

10/05/2023

Kaffaltiin bittaa boba'aa akka biyyaatti karaa dijitaalawaan qofa raawwatamuu eegalee jira.
Kooppeey-iibirri buufatawwan boba'aa hedduurratti argamu filannoo keessan gochuun kaffaltii boba’aa haala salphaan raawwadhaa!

የነዳጅ ግዢ ክፍያዎች በሀገር አቀፍ ደረጃ በዲጂታል ብቻ መፈፅም እንዲቻል ተደርጓል።
በመላው ሀገሪቱ በሚገኙ በርካታ ማደያዎች ላይ የሚያገኙትን ኮፔይ-ኢብር ምርጫዎ በማድረግ ክፍያዎን በቀላሉ ይፈጽሙ!

Fuel transaction payments can only be made digitally across the country. Make Coopay-Ebirr your choice and pay simply by just confirming the transaction.
We're available at number of fuel stations in the country.
Download: https://coopbankoromia.com.et/coopay-ebirr/

Address

Wollo Bati
Bati

Telephone

+251922608408

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when CoopAlhuda Halal Branch posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to CoopAlhuda Halal Branch:

Share

Category