Hijra Bank ሂጅራ ባንክ

Hijra Bank ሂጅራ ባንክ Hijra bank is an interest free bank that joined the private banking sector on January 16 2020.
(4)

10% ተጨማሪ ሂባ!Hibaa Dabalataa 10% ዛሬ አንድ የአሜሪካ ዶላር 169.2021 ብርGuyyaa Har'aa Doolaarri Ameerikaa tokko qarshii 169.2021ከባንካ...
04/05/2026

10% ተጨማሪ ሂባ!
Hibaa Dabalataa 10%
ዛሬ አንድ የአሜሪካ ዶላር 169.2021 ብር
Guyyaa Har'aa Doolaarri Ameerikaa tokko qarshii 169.2021

ከባንካችን ጋር የሚሠሩ ዓለም አቀፍ የሐዋላ አስተላላፊዎች በኩል ወይንም በባንካችን ስዊፍት ኮድ፡- HIJRETAA ገንዘብ ሲላክልዎ በእለታዊ የውጭ ምንዛሬ የመሸጫ ተመን ላይ 10% ተጨማሪ ሂባ የምናበረክትልዎት መሆኑን በደስታ እንገልፃለን!

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Karaa Dhaabbilee daddabarsa maallaqa biyya alaa kanneen baankii keenya waliin hojjatan: , , , , yookiin koodii Iswiiftii baankii keenyaa HIJRETAA fayyadamuun maallaqani yoo isiniif ergame, gatii gurgurtaa sharafa alaa guyyichaa irratti Hibaa dabalataa 10% kan isiniif kenninu ta'uu gammachuun ibsina!

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!






ብሩህና ያማረ የሥራ ሳምንት ይሁንልዎ!Torban hojii ifaa fi miidhagaa isiniif haata'u!የሸሪዓ መርህን የጠበቁ ፣ ሙሉ በሙሉ ከወለድ ነፃ የሆኑ የባንክ አገልግሎቶችን...
04/05/2026

ብሩህና ያማረ የሥራ ሳምንት ይሁንልዎ!
Torban hojii ifaa fi miidhagaa isiniif haata'u!

የሸሪዓ መርህን የጠበቁ ፣ ሙሉ በሙሉ ከወለድ ነፃ የሆኑ የባንክ አገልግሎቶችን አቅርበንልዎታል።

ሂጅራን ይምረጡ ፣ ሥራዎን በበረካ ይጀምሩ።

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ

Tajaajiloota baankii seera Shari'aa hordoofan, guutumaa guutuuttii dhala irraa bilisa ta'e isiniif dhiyeessineerra.

Hijraa filadhaa, hojii keessan barakaadhaan eegalaa.

መልካም የዕረፍት ጊዜ!Yeroo Boqonnaa Gaari!የባንካችንን ወቅታዊ መረጃዎች በፍጥነት ለማግኘት የማህበራዊ ሚዲያዎቻችን ቤተሰብ ይሁኑ!ሂጅራ ባንክ ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!Odeeffan...
02/05/2026

መልካም የዕረፍት ጊዜ!
Yeroo Boqonnaa Gaari!

የባንካችንን ወቅታዊ መረጃዎች በፍጥነት ለማግኘት የማህበራዊ ሚዲያዎቻችን ቤተሰብ ይሁኑ!

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Odeeffannoo haaraa baankii keenyaa saffisaan argachuuf, maatii miidiyaa hawaasaa keenyaa ta’aa!

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

🔗Follow our Social media Pages ⬇️🔗

Facebook | Telegram| Linkedin | Instagram | X | Tiktok | YouTube | Website

10% ሂባ ከልዩ መስተንግዶ ጋር!keessummeessa addaa waliin Hiba 10%!በመላው አገሪቱ በሚገኙ 160 በላይ ቅርንጫፎቻችን የደንበኞች ወርን በልዩ ሁኔታ እያከበርን እንገኛለ...
02/05/2026

10% ሂባ ከልዩ መስተንግዶ ጋር!
keessummeessa addaa waliin Hiba 10%!

በመላው አገሪቱ በሚገኙ 160 በላይ ቅርንጫፎቻችን የደንበኞች ወርን በልዩ ሁኔታ እያከበርን እንገኛለን!

እርስዎ በዚህ ሳምንት ወደ አገር ቤት ለሚወዷቸው ሰዎች ገንዘብ ሲልኩ ወይም ከውጭ አገር ሲቀበሉ ሙሉ በሙሉ ከወለድ ነፃ አገልግሎት የሚሰጠውን ሂጅራ ባንክን ምርጫዎ ያድርጉ ።

⚡️ከዕለታዊ ምንዛሬ በተጨማሪ የ10% ሂባ እናበረክትልዎታለን።

በሃላል መንገድ ፣ በላቀ አገልግሎት ፣ ወደ ስኬት!

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Dameewwan keenya 160 ol guutuuu biyyaa hunda keessatti ji'a maamiltootaa haala addaan kabajaa jirra!

Isinis torban kana firoottan keessan biyya keessa jiraniif yeroo maallaqa ergitan ykn biyya alaaraa yeroo fudhattan, tajaajila guutumaa guututti dhala irraa bilisa ta'e kan kennu Baankii Hijraa filannoo keessan godhadha.

⚡️Jijjiirraa guyyaa irratti dabalataan, Hiba (kennaa) 10% isiniif gumaachina.

"Karaa Halaalaatiin, Tajaajila Ol’aanaan gara Milkaa’inaatti!"

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

የሂጅራ ባንክ የደንበኞች ወር በቴፒ እና ጋምቤላ! Ji'a Maamiltoota Baankii Hijraa Teepii fi Gaambeellaa!የቴፒ እና ጋምቤላ ከተማ ደንበኞቻችን "በሃላል መንገድ...
02/05/2026

የሂጅራ ባንክ የደንበኞች ወር በቴፒ እና ጋምቤላ!
Ji'a Maamiltoota Baankii Hijraa Teepii fi Gaambeellaa!

የቴፒ እና ጋምቤላ ከተማ ደንበኞቻችን "በሃላል መንገድ፣ በላቀ አገልግሎት ወደ ስኬት!" በሚለው መሪ ቃላችን መሠረት በቅርንጫፎቻችን፣ ደንበኞቻችንን በደማቅ አቀባበል እያከበርንና እያመሰገንን እንገኛለን። ኑ አብረን ወደ ብሩህ ተስፋ እንጓዝ!

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Maamiltoota keenya magaalaa Teepii fi Gaambeellaa, "Karaa Halaalaatiin, Tajaajila Ol’aanaan gara Milkaa’inaatti!" dhaadannoo jedhu irratti hundaa'uun dameewwan keenya keessatti bifa ho’aa ta'een maamiltoota kabajaa fi galateeffataa jirra. Kottaa, waliin gara imala egeree ifaatti haa deemnu.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

"مَا أَكَلَ أَحَدٌ طَعَامًا قَطُّ خَيْرًا مِنْ أَنْ يَأْكُلَ مِنْ عَمَلِ يَدِهِ."(رواه البخاري)የአላህ መልዕክተኛ (ሰ.ዐ.ወ) እንዲህ ...
01/05/2026

"مَا أَكَلَ أَحَدٌ طَعَامًا قَطُّ خَيْرًا مِنْ أَنْ يَأْكُلَ مِنْ عَمَلِ يَدِهِ."
(رواه البخاري)

የአላህ መልዕክተኛ (ሰ.ዐ.ወ) እንዲህ ብለዋል፦
ማንም ሰው ከገዛ እጁ ስራ ከሚያገኘው ምግብ የተሻለ መልካም ምግብ በልቶ አያውቅም። (ቡኻሪ ዘግበውታል)

ባንካችን በሥራችሁ በረከትን፣ በጥረታችሁ ስኬትን ይመኛል።

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Ergamaan Rabbii (S.A.W) akkana jedhan:-
"Namni tokko nyaata harka isaatiin hojjatee nyaatu caalaa, nyaata gaarii ta'e takkaa nyaatee hin beeku."
(Bukaariitu gabaase)

Baankiin keenya hojii keessaniif barakaa, carraaqqii keessaniif ammoo milkaa'ina hawwa.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

ሰለዋት በማውረድ የደመቀ ጁምዓ ይሁንልዎ!🔹 አላሁመ ሰሊ ወሰሊም ዐላ ሙሀመድ! 🔹Jum'aa Salawaata buusun miidhage isiniif haa ta'u!🔹 Allaahumma-salli ...
01/05/2026

ሰለዋት በማውረድ የደመቀ ጁምዓ ይሁንልዎ!
🔹 አላሁመ ሰሊ ወሰሊም ዐላ ሙሀመድ! 🔹

Jum'aa Salawaata buusun miidhage isiniif haa ta'u!
🔹 Allaahumma-salli wasallim alaa muhammad 🔹

የሂጅራ ባንክ ትክክለኛ የማህበራዊ ትስስር ገጾችን ይከተሉ
Miidiyaalee Hawaasaa Baankii Hijraa isa sirrii hordofaa

Telegram - https://t.me/HijraBank
Website - http://www.hijra-bank.com
YouTube - https://youtube.com/
Facebook - https://www.facebook.com/hijrabanksc
Tiktok - https://www.tiktok.com/?_t=8cTBc41Kdxl&_r=1

የሂጅራ ባንክ የደንበኞች ወር በድሬደዋ! Ji'a Maamiltoota Baankii Hijraa Dirree Dhawaatti!የድሬደዋ እና አካባቢው ደንበኞቻችን "በሃላል መንገድ፣ በላቀ አገልግሎት...
30/04/2026

የሂጅራ ባንክ የደንበኞች ወር በድሬደዋ!
Ji'a Maamiltoota Baankii Hijraa Dirree Dhawaatti!

የድሬደዋ እና አካባቢው ደንበኞቻችን "በሃላል መንገድ፣ በላቀ አገልግሎት ወደ ስኬት!" በሚለው መሪ ቃላችን መሠረት በቅርንጫፎቻችን፣ ደንበኞቻችንን በደማቅ አቀባበል እያከበርንና እያመሰገንን እንገኛለን። ኑና አብረውን ወደ ብሩህ ተስፋ ይጓዙ!

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Maamiltoota keenya Dirree Dhawaa fi naannoo ishee jirtaniif, "Karaa Halaalaatiin, Tajaajila Ol’aanaan gara Milkaa’inaatti!" dhaadannoo jedhu irratti hundaa'uun dameewwan keenya keessatti bifa ho’aa ta'een maamiltoota kabajaa fi galateeffataa jirra. Nu waliin gara imala egeree ifaatti Koottaa!

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

ሚስጥራዊ ቁጥሮን በማንኛውም ሁኔታ ለማንም አያጋሩ! Lakkoofsa iccitii keessan haala kamiinuu eenyuufuu hin qoodinaa!ብሩህ ተስፋ የሚጀምረው የራስን ሃብት...
30/04/2026

ሚስጥራዊ ቁጥሮን በማንኛውም ሁኔታ ለማንም አያጋሩ!
Lakkoofsa iccitii keessan haala kamiinuu eenyuufuu hin qoodinaa!

ብሩህ ተስፋ የሚጀምረው የራስን ሃብት በአግባቡ በመጠበቅ ነው!
የሂሳብዎን ደህንነት ለማረጋገጥ የሚከተሉትን ጥንቃቄዎች ያድርጉ፦

• ሚስጥራዊ መረጃዎች፦ የይለፍ ቃል (Password)፣ የፒን ቁጥር (PIN) ወይም የማረጋገጫ ኮድ (OTP) ለማንም ሰው አያጋሩ።

• ባንኩ አይጠይቅዎትም፦ የባንካችን ሰራተኞች ነን የሚሉ አካላት ቢደውሉልዎት እንኳን፣ ባንኩ እነዚህን ሚስጥራዊ መረጃዎች በስልክ ወይም በፅሁፍ መልዕክት በፍጹም እንደማይጠይቅዎት ይወቁ።

• እርዳታ ከማያውቁት ሰው አይጠይቁ፦ በአካልም ቢሆን በኤቲኤም (ATM) ወይም በሞባይል ባንኪንግ ሲጠቀሙ የማያውቁት ሰው እንዲያግዝዎት አይፍቀዱ።

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Imalli gara egeree ifaa kan eegalu qabeenya ofii sirnaan eeggachuudhaani!

Nageenya herreega keessanii mirkaneessuuf of-eeggannoo armaan gadii taasisaa:

Odeeffannoo Iccitii: Paaswoordii lakkoofsa PIN yookiin koodii mirkaneessaa (OTP) eenyufiiyyuu hin qoodinaa.

Baankiin Isin Hin Gaafatu: Namoonni hojjattoota baankii keenyaati jedhan bilbilaan yoo isiniif bilbilanillee, baankiin odeeffannoo icciitii kana bilbilaan yookiin barreeffamaan kan isin hin gaafanne ta'uu hubadhaa.

Nama Hin Beekne Gargaarsa Hin Gaafatinaa: Qaamaan yoo ta'ellee, yeroo ATM yookiin Moobaayil Baankiingii fayyadamtan namni hin beekne akka isin gargaaru hin fayyadaminaa.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!



የደንበኞች ወር በ"ሂባ" ቀጥሏል! 🎁Jiini Maamiltootaa "Hibaan" itti fufeera! 🎁    በሐዋላ ሳምንታችን ከውጭ ሀገር የሚላክልዎትን ገንዘብ በሂጅራ ባንክ ሲቀበሉ ከዕ...
30/04/2026

የደንበኞች ወር በ"ሂባ" ቀጥሏል! 🎁
Jiini Maamiltootaa "Hibaan" itti fufeera! 🎁

በሐዋላ ሳምንታችን ከውጭ ሀገር የሚላክልዎትን ገንዘብ በሂጅራ ባንክ ሲቀበሉ ከዕለታዊ ምንዛሬ በተጨማሪ 10% ሂባ (ስጦታ) ይበረከትልዎታል።

የደንበኞች ወርን ከእኛ ጋር በደስታ ያሳልፉ!

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Torban hawaalaa keenyaan, maallaqa biyya alaatii isiniif ergamu Baankii Hijraatiin yoo fudhattan, gatii jijjiirraa guyyaa malee Hibaa (kennaa) dabalataa 10% isiniif qopheessineerra.

Ji'a maamiltootaa gammachuun nu waliin dabarsaa!

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

ከሃላል ፔይ ወደ ሃላል ፔይ በነፃ!Haalaal Peey irraa gara Haalaal Peey bilisaan!በሀገራችን ለመጀመሪያ ጊዜ የሸሪዓ መርሆችን ተመርኩዞ በበለፀገው ሃላል ፔይ የሞባይ...
29/04/2026

ከሃላል ፔይ ወደ ሃላል ፔይ በነፃ!
Haalaal Peey irraa gara Haalaal Peey bilisaan!

በሀገራችን ለመጀመሪያ ጊዜ የሸሪዓ መርሆችን ተመርኩዞ በበለፀገው ሃላል ፔይ የሞባይል ዋሌት ገንዘብ ሲላላኩ ክፍያ አይጠየቁም!

ማን እንደ ሃላል ፔይ
ዕሴትዎን ጠብቀው፣ በፍጥነቱ ረክተው ፣ በነፃ ተጠቅመው!

የሃላል ፔይ የሞባይል ዋሌት ከአፕስቶር ወይም ከፕሌስ ስቶር አውርደው ይጠቀሙ ወይም *693 # ይመዝገቡ

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Waaleetii moobaayilaa biyya keenya keessatti yeroo jalqabaaf ulaagaalee Shari'aa irratti hundaa'ee qophaa'e "Haalaal Peey"n yeroo maallaqa walii ergitan kafaltii hin gaafatamtan!

Eenyu akka Haalaal Peey
Duudhaa keessan eeggattaa, saffisa isaatti gammadaa, bilisaan itti fayyadamaa.

Appilikeeshinii moobaayilaa Haalaal Peey App Store ykn Play Store irraa buufachuun itti fayyadamaa, yookaan *693 # irratti galmaa'aa.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!


የ10% ስጦታ እንደቀጠለ ነው!Kennaan 10% itti fufeera!ሂጅራ ባንክ በደንበኞች ወር በሃዋላ እና ኢንስቲቱሽናል ባንኪንግ ሳምንት ከውጭ ለሚላክልዎት ገንዘብ ለእያንዳንዱ ዶላር የ...
29/04/2026

የ10% ስጦታ እንደቀጠለ ነው!
Kennaan 10% itti fufeera!

ሂጅራ ባንክ በደንበኞች ወር በሃዋላ እና ኢንስቲቱሽናል ባንኪንግ ሳምንት ከውጭ ለሚላክልዎት ገንዘብ ለእያንዳንዱ ዶላር የ10% ሂባ ያበረክትልዎታል።

በ ወይንም በባንካችን ስዊፍት ኮድ፡- HIJRETAA በኩል ይቀበሉና በሂባችን ይደሰቱ!

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Baankiin Hijraa Ji’a maamiltootaa Torban Hawalaa fi Baankingii Inistiituushinaaliitiin, maallaqa biyya alaatii isiniif ergamu doolaara hunda irratti Hibaa 10% isiniif gumaacha!

karaa fi Iswiifti Koodii Baankii keenyaan HIJRETAA fudhadhaa, hibaa keenyaan gammadaa!

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!






Address

Hijra HQ Dembel On The Way To Olompia
Addis Ababa

Opening Hours

Monday 08:00 - 17:00
Tuesday 08:00 - 17:00
Wednesday 08:00 - 17:00
Thursday 08:00 - 17:00
Friday 08:00 - 17:00
Saturday 08:00 - 12:00

Telephone

+251920333337

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hijra Bank ሂጅራ ባንክ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hijra Bank ሂጅራ ባንክ:

Share

Category