29/05/2026
🍦 ቁጠባ በደስታ፣ አይስክሬም በነፃ! 🎁
ከዛሬ ጀምሮ እስከ ግንቦት 23 / 2018 ዓ.ም ድረስ በአዲስ ኮንቬንሽን ማዕከል በሚካሄደው ዓለም አቀፍ የጀላቶ (አይስክሬም) ፌስቲቫል ላይ ለአይስክሬም አፍቃሪው ልጅዎ በአንጋፋው አዋሸ ባንክ ቁጠባን ያስተምሩ ። ለመሆኑ
ምን ያገኛሉ? 👉 ለልጅዎ ነፃ አይስክሬም ከተጨማሪ ልዩ ስጦታዎች ጋር!
የልጆችዎን የፋይናንስ የወደፊት ዕጣ ፈንታ ዛሬውኑ ከአዋሽ ባንክ ጋር በደስታ ያበረክቱ። ፍቅራቸውን በቁጠባ፣ ቀናቸውን በአይስክሬም ያጣፍጡ!
አዋሽ ባንክ!
🍦 Qusannaa gammachuun, Aayiskireemii bilisaan!
🎁 Har'a irraa eegalee hanga caamsaa 23 / 2018 A.L.I tti Wiirtuu Konveenshinii Finfinneetti kan gaggeeffamu Feestivaala Idil-Addunyaa Jeelatoo (aayiskireemii) irratti daa’ima keessan jaalala aayiskireemii qabuuf “Herrega Qusannaa Daa’immanii” banaafii!
Maal argatu? 👉 Daa’ima keessaniif aayiskireemii bilisaa, kennaa addaa dabalataa waliin!
Abjuu faayinaansii daa’imman keessanii har’uma Baankii Awaash waliin gammachuun ijaaraa. Jaalala isaanii qusannaan, guyyaa isaanii aayiskireemiin mi’eessaa!
Baankii Awaash!