Cooperative Bank of Oromia

Cooperative Bank of Oromia Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Cooperative Bank of Oromia, Bank, Bole Sub-city, Woreda 02, Bole road Rwanda Embassy area, Africa Avenue, Addis Ababa.
(260)

Coopbank, a fast-growing bank in Ethiopia, is passionately committed to empowering communities and transforming lives.Rooted in our community, we deliver innovative services that meet customer needs helping you bank smarter and live better.

Gatii jijjiirraa fooyya'aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna! የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ...
30/05/2026

Gatii jijjiirraa fooyya'aa qofa miti, dhibbentaa 10 isiniif idaanee gammachuu keessan guutuu taasisna!

የተሻለ የምንዛሪ ዋጋ ብቻ ሳይሆን 10 በመቶ ጉርሻ ጨምረን ደስታዎን ሙሉ እናደርጋለን!

Tapha Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa, Tilmaamaa Badhaafamaa! Taphni xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa, 'A...
29/05/2026

Tapha Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa, Tilmaamaa Badhaafamaa!
Taphni xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa, 'Arsenal fi PSG' gidduutti, boru galgala akka lakkoofsa biyya keenyaatti sa'aa 1:00 irraa kaasee Istaadiyeemii ‘Budapest'tti ni geggeeffama.
Xumura taphichaarrattis sirni badhaasaa fi waancaa fudhachuu adeemsifamu galgalicha adda waan taasisuuf, hawwii guddaan eegamaa jira.
Tapha xumuraa kana, Telegiraamii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa irratti, hirmaattota seera dorgomichaa eeganii dursanii tilmaama sirrii kaa'an kudhaniif (10f) badhaasa hawwataa qopheessineerra.
Seera Dorgomichaa:-
- Fuula Telegiraamii fi Feesbuukii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa isa sirrii ‘Follow/Join’ gochuu,
- Tilmaama keessan Telegiraamii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa bakka sanduuqa yaadaa (comment) keessatti barreessuu,
- Tilmaama altakka kaa’ame gulaaluun (edit gochuun) akkasumas yeroo tokkoo ol tilmaamuun badhaasa hin argamsiisu.
- Maxxansa kana namoota biroof qooduu (share gochuu).
Badhaasa Addaa
Taphichi eegalamuusaan dura, taphataa dursee goolii galchu tilmaamee namni argate tokko, badhaafamaa Qarshii 10,000 ni ta'a.
Carraa Gaarii!

የአውሮፓ ቻምፒዮንስ ሊግ ፍፃሜ ጨዋታን ይገምቱ ይሸለሙ!
የአውሮፓ ቻምፒዮንስ ሊግ ፍፃሜ ጨዋታ በነገው ምሽት ከ1፡00 ሰዓት ጀምሮ በ'Arsenal እና PSG' መካከል በ'Budapest' ሜዳ ይካሄዳል። ከጨዋታው መጠናቀቅ በኋላ የሚካሄደው የዋንጫ ማንሳት እና የሽልማት ስነ-ስርዓትም፣ ምሽቱን ልዩ የሚያደርገው በመሆኑ በከፍተኛ ጉጉት እየተጠበቀ ይገኛል።
ይህንን የፍፃሜ ፍልሚያ በኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ቴሌግራም ገጽ ላይ የውድድሩን ህግ ጠብቀው፣ ትክክለኛውን ውጤት ቀድመው ለሚገምቱ 10 ተሳታፊዎች ዳጎስ ያለ ሽልማት አዘጋጅተናል።
የውድድሩ ህጎች፦
- ትክክለኛውን የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የቴሌግራም እና የፌስቡክ ገፅ “follow/Join” በማድረግ፣
- ግምትዎን በባንኩ ቴሌግራም በሀሳብ መስጫ ሳጥን ውስጥ መፃፍ፣
- ግምትዎን አንዴ ካስቀመጡ በኋላ ማስተካከል (edit ማድረግ) እንዲሁም ከአንድ ጊዜ በላይ መገመት ለሽልማት አያበቃም፣
- ይህንን መረጃ ለሌሎች ሰዎች ማጋራት (share ማድረግ)።
ልዩ ሽልማት
ጨዋታው ከመጀመሩ በፊት፣ ቀድሞ ጎል የሚያስቆጥረውን የተጨዋች ሰም ገምቶ ያገኘ አንድ ሰው የ10,000 ብር ተሸላሚ ይሆናል።
መልካም ዕድል!

Baankiin keenya, dhaabbata 'Huawei' irraa beekamtii fi badhaasa ‘Financial Resilience & Security Pioneer'' argateera. Be...
29/05/2026

Baankiin keenya, dhaabbata 'Huawei' irraa beekamtii fi badhaasa ‘Financial Resilience & Security Pioneer'' argateera. Beekamtiin kun, bu’uura faaynaansii jabaa nageenyisaa amansiisaa ijaaruuf hojjetamaa jiru kan deggerudha

ባንካችን፣ የ‘Financial Resilience & Security Pioneer’ ዕውቅና እና ሽልማት ከ‘Huawei’ አግኝቷል። ይህ ዕውቅና እና ሽልማት ደህንነቱ የተጠበቀ፣ ጠንካራ የፋይናንስ መሰረት ለመጣል ባንኩ የሚያደርገውን ጥረት የሚደግፍ ነው።

Shariikni keessan haqaa, Koopbaank Alhudaan, guyyaa Raahmataa fi Barakaa dhuma hin qabneen guutame akka isiniif ta'u haw...
29/05/2026

Shariikni keessan haqaa, Koopbaank Alhudaan, guyyaa Raahmataa fi Barakaa dhuma hin qabneen guutame akka isiniif ta'u hawwa.
Jumu'aa Mubarak!

እውነተኛ አጋርዎ፣ ኮፕባንክ አልሁዳ፣ በብዙ ራህመትና በረከት የተሞላ ቀን እንዲሆንልዎ ይመኛል።
ጁሙዓ ሙባረክ!

Kaardii Koop VISA yoo qabaattan, furmaata kaffaltii saffisaafi tajaajila baankii amansiisaaf ga'oomtan. Kaffaltii bittaa...
28/05/2026

Kaardii Koop VISA yoo qabaattan, furmaata kaffaltii saffisaafi tajaajila baankii amansiisaaf ga'oomtan. Kaffaltii bittaa biyya keessaafi alaa dabalatee, karaa ATMii keenyaan maallaqa galfachuu fi baasuunis isiniif salphata. Kaardicha yoo hin qabaanne, liinkii bakka kenniinsa yaadaa jiru cuqaastanii ajajchuun, damee baankii keenyaa isinitti dhihoo jiruu fudhadhaatii dhimma itti bahaa.

ኮፕ VISA ካርድ ካለዎት፣ ለፈጣን የክፍያ መፍትሄ እና አስተማማኝ የባንክ አገልግሎት በቅተዋል። የሀገር ውስጥ እና ዓለም አቀፍ ግብይቶች ክፍያ ከመፈጸም በተጨማሪ፣ በዘመናዊ ኤቲኤማችን ገንዘብ ማስገባትና ማውጣትንም ያቀልልዎታል። ካርዱ ከሌለዎት፣ በሀሳብ መስጫ ስፍራ ባለው ማስፈንጠሪያ ገብተው በማዘዝ፣ በአቅራቢያዎ ከሚገኝ ቅርንጫፋችን ወስደው ይጠቀሙበት።

27/05/2026

Baga Ayyaana Iid Al Adahaa(Arafaa) Amata Hijiraa 1447ffaan nagaan isin gahe. Ayyaanni kan barakaa fi ishqii isiniif haa ta’u.
Iid Mubaarak!
Koopbaank Alhudaa, Shariika Keessan Haqaa

እንኳን ለ1447ኛው ዓመተ ሂጅራ ኢድ አል-አድሃ /ዓረፋ/ በዓል በሰላም አደረሰዎ። በዓሉ የበረካ እና የእሽቅ ይሁንልዎ።
ዒድ ሙባረክ!
ኮፕባንክ አልሁዳ፣ እውነተኛ አጋርዎ

Gabaa ayyaanaa baatu taanaan, maallaqa baachuu mitii bilbila keessan irratti Kooppeey I-birri qabaadhaa; Yaaddoo malee s...
26/05/2026

Gabaa ayyaanaa baatu taanaan, maallaqa baachuu mitii bilbila keessan irratti Kooppeey I-birri qabaadhaa; Yaaddoo malee shamatadhaa!
Iid Mubaarak!

የበዓል ገበያ የሚወጡ ከሆነ፣ ገንዘብ አይሸከሙ፤ ኮፔይ ኢ-ብርን በስልክዎ ይያዙ። ያለስጋት ይሸምቱ!
ዒድ ሙባረክ!

Address

Bole Sub-city, Woreda 02, Bole Road Rwanda Embassy Area, Africa Avenue
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Cooperative Bank of Oromia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Cooperative Bank of Oromia:

Share

Category