26/05/2026
,
Ayyaana Iid Al-Adahaa sababeeffachuun waldorgommii gaaffiifi deebii karaa fuula miidiyaalee hawaasaa dhaabbata keenya adeemsifamurratti hirmaachuun injifattanii badhaafamuuf haaldureewwan armaan gadii guutuun isinirraa eegama.
• Fuula miidiyaalee hawaasaa dhaabbata keenyaa Facebook, , LinkedIn, Instagram, TikTok fi YouTube hordofuufi miseensa ta’uu,
• Qajeelfamoota waldorgommichaa karaa fuula miidiyalee hawaasaa (Facebook, Telegram and Linkedin) gadhiifame Like gochuufi hiriyootaaf qooduufi akka hordofan affeeruun Iskiriin shuutii karaa kaassaan eeguu,
• Gaaffii afaan ittiin gaafatame qofaan deebisuu
• Gaaffii tokko irratti hirmaachuun kan danda’amu yeroo tokko qofa yommuu ta’u, deebii si’a tokko barreeffame balleessuun kan biraa barreessuun yookan sirreessuun taphaan ala nama taasisa.
• Sa’aatii gaaffiin itti gadhiifamu filachuuf Chaanaalii Telegiraamii dhaabbata keenyaa https://t.me/AwashInsurance seenuun hanga ganama sa’aatii 2:00tti sa’aatii isiniif mijatu filadhaa. Sa’aatii namoota hedduudhaan filatame irratti gaaffiin gadhiifama.
'aatii_meeqarratti_haa_gadhiifamu?