26/05/2026
Iid Mubaarak! 🌙✨ Baga ayyaana Iid al-Adahaa bara 1447 nagayaan geessan. 🕌🤲 Araafaan ayyaana gaarummaa fi ajajamiinsa Nabi Ibraahim fi ilma isaanii Ismaa'il itti yaadannuudha. Baankiin Raammis, fedha keessaniif dursa kennuudhaan amantii keessan keessatti shariika cimaa ta'uudhaan, ayyaanichi kan gammachuu, kan barakaa fi kan tokkummaa akka ta'u isiniif hawwa. 🙏
ዒድ ሙባረክ! 🌙✨
እንኳን ለ1447ኛው ዒድ አል-አድሓ በዓል በሰላም አደረሰዎ። 🕌🤲አረፋ የነቢዩ ኢብራሂምና የልጃቸውን ኢስማዒል ፍፁም ታዛዥነት የምናስብበት፣ የደግነትና የትሥሥር በዓል ነው። ራሚስ ባንክ ለእሴትዎ ቅድሚያ በመስጠትና የእምነትዎ ጽኑ አጋር በመሆን፣ ይህ ታላቅ በዓል የደስታ፣ የበረካ እና የአብሮነት መገለጫ እንዲሆንልዎ ይመኛል።🙏