Oromia Bank

Oromia Bank Financial Service based in Ethiopia Oromia Bank . Accordingly, on September 18, 2008, Oromia Bank obtained a banking business license.
(4)

was established in accordance with the pertinent laws, regulations and the 1960 Commercial Code of Ethiopia, by the Monetary and Banking Proclamation No. 83/1994 and by the Licensing and Supervision of Banking Proclamation No. 592/2008. At the time of its establishment, OIB’s authorized capital was Birr 1.5 billion, whereas its subscribed capital was Birr 279.2 million, and its paid-up capital Bir

r 91.2 million. OIB began operation on October 25, 2008 by opening its first branch at Dembel City Center, named Bole Branch. Now, the Bank’s branches reached more than 300.

Vacancy AnnouncementOromia Bank invites qualified and competent applicants to apply for various positions. For detailed ...
23/05/2026

Vacancy Announcement

Oromia Bank invites qualified and competent applicants to apply for various positions.
For detailed information about the positions, required qualifications, and application procedures, please visit our official Telegram channel:

https://t.me/OromiabankOfficial

All applications must be submitted exclusively through the following link:
Link: https://forms.gle/G9H6FxZkdjWPZ561A

Ibsa Gaddaa Boordiin Daayirektarootaa, Manaajimantii fi Hojjettoonni Baankii Oromiyaa du’aan boqochuu Barreessaa Boordii...
23/05/2026

Ibsa Gaddaa

Boordiin Daayirektarootaa, Manaajimantii fi Hojjettoonni Baankii Oromiyaa du’aan boqochuu Barreessaa Boordii duraanii Baankii keenyaa Obbo Ishetuu Irranaatti gadda guddaa itti dhagahame ibsaa, Maatii fi Firoottan isaaniitiif jajjabina hawwu.

የሀዘን መግለጫ

የኦሮሚያ ባንክ የዳይሬክተሮች ቦርድ፣ ማኔጅመንት እና ሰራተኞች፤ በባንካችን የቀድሞ የቦርድ ፀሐፊ አቶ እሸቱ ኢረና ህልፈት የተሰማቸዉን ጥልቅ ሀዘን እየገለፁ፤ ለቤተሰባቸዉ እና ለወዳጅ ዘመዶቻቸዉ መፅናናትን ይመኛሉ፡፡

Boonasii Qar. +10 Badhaafamaa!Maallaqa biyya alaa harka keessan jiru Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan, Maallaqa bi...
23/05/2026

Boonasii Qar. +10 Badhaafamaa!

Maallaqa biyya alaa harka keessan jiru Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan, Maallaqa biyya alaa irraa isiniif ergame Baankii keenya irraa wayita fudhattan ykn qusattaan sharafa guyyaa irratti dabalataan boonasii qarshii 10 ni badhaafamtu!

+10 ብር ጉርሻ ያግኙ!

የውጭ ሀገራት ገንዘቦችን በጥሬ በባንካችን ሲመነዝሩ፣ ከእኛ ጋር በሚሰሩ ዓለም አቀፍ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል የተላከልዎትን ገንዘብ ሲቀበሉ አልያም ሲቆጥቡ በዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ተመን በተጨማሪ ከ10 ብር በላይ ጉርሻ ያግኙ!

Marsariitii Baankii Oromiyaa Daawwattanii Beektuu?Waa’ee tajaajila baankii ammayawaa Baankii keenyaa, fillannoowwan haar...
23/05/2026

Marsariitii Baankii Oromiyaa Daawwattanii Beektuu?

Waa’ee tajaajila baankii ammayawaa Baankii keenyaa, fillannoowwan haaraa Tajaajila Qusannaa, odeeffannoo Liqii, tajaajila Baankii Dhala irraa Bilisaa akkasumas waa’ee Tajaajila Baankii Dijitaalaa odeeffannoo guutuu argachuuf marsariitii keenya https://oromiabank.com/ daawwadhaa.

Bakka jirtan teessanii addunyaa dijitaalaa Baankii keenyaatti makamaa; tajaajila baankii inarneetaa keenya fayyadamuun sochii maallaqaa keessan akka salphaatti raawwadhaa.

የኦሮሚያ ባንክ ድረ-ገጽ ጎብኝተው ያውቃሉ?

በባንካችን የሚሰጡ ዘመናዊ የባንክ አገልግሎቶችን፣ አዳዲስ የቁጠባ አማራጮችን፣ የብድር መረጃዎችን ፣ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎቶች እንዲሁም ስለዲጂታል ባንኪንግ አገልግሎቶቻችን ሙሉ መረጃ ለማግኘት ድረ - ገጻችንን https://www.oromiabank.com ይጎብኙ።

ባሉበት ሆነው የባንካችንን ዲጂታል አለም ይቀላቀሉ፤ የኢንተርኔት ባንኪንግ አገልግሎታችንን በመጠቀም የገንዘብ እንቅስቃሴዎን በቀላሉ ያከናውኑ።

Boonasii Qar. +10 Badhaafamaa!Maallaqa biyya alaa harka keessan jiru Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan, Maallaqa bi...
22/05/2026

Boonasii Qar. +10 Badhaafamaa!

Maallaqa biyya alaa harka keessan jiru Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan, Maallaqa biyya alaa irraa isiniif ergame Baankii keenya irraa wayita fudhattan ykn qusattaan sharafa guyyaa irratti dabalataan boonasii qarshii 10 ni badhaafamtu!

+10 ብር ጉርሻ ያግኙ!

የውጭ ሀገራት ገንዘቦችን በጥሬ በባንካችን ሲመነዝሩ፣ ከእኛ ጋር በሚሰሩ ዓለም አቀፍ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል የተላከልዎትን ገንዘብ ሲቀበሉ አልያም ሲቆጥቡ በዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ተመን በተጨማሪ ከ10 ብር በላይ ጉርሻ ያግኙ!

Herrega Oroo Barakaa banachuun Tajaajila Baankii Dhala irraa Bilisaa guutuu seera Shari'aa bu'uureeffate Baankii Oromiya...
22/05/2026

Herrega Oroo Barakaa banachuun Tajaajila Baankii Dhala irraa Bilisaa guutuu seera Shari'aa bu'uureeffate Baankii Oromiyaa irraa fayyadamaa.

Jumaa Mubaarak!

የኦሮ በረካ ሂሳብ በመክፈት የሸሪዓን ሕግ መሠረት ያደረገ የተሟላ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ከኦሮሚያ ባንክ ይጠቀሙ።

ጁምዓ ሙባረክ!

OrooDigital - Abbaa Filannoo Hedduu!Ammayawaa, si'ataa, nageenyi isaa kan eegame akkasumas tajaajila hunda bakka tokkott...
21/05/2026

OrooDigital - Abbaa Filannoo Hedduu!

Ammayawaa, si'ataa, nageenyi isaa kan eegame akkasumas tajaajila hunda bakka tokkotti kan qabatee fi itti fayyadamuuf mijataa kan ta'e Oroodigital fayyadamaa!

ኦሮዲጂታል:- ባለ ብዙ አማራጭ

ዘመናዊ፣ ደህንነቱ የተጠበቀ፣ ፈጣን እና ለአጠቃቀም ቀላል እንዲሁም ሁሉንም አገልግሎት አንድ ላይ የያዘዉን ባለ ብዙ አማራጭ ኦሮ ዲጅታል የሞባይል መተግበሪያችንን ይጠቀሙ!

Tapha Pirimiyer ligii Inglizii torbee 37ffaa Arsenal fi Burnley gidduutti taasifamee tureef gaaffii tilmaamaa, badhaafam...
19/05/2026

Tapha Pirimiyer ligii Inglizii torbee 37ffaa Arsenal fi Burnley gidduutti taasifamee tureef gaaffii tilmaamaa, badhaafamaa gaafanneen namoonni hedduun deebisaniiru.
Namoonni gaaffii kana yeroo fi seera dorgomichaa eeguun deebii sirrii kennan injifataniiru. Kanneen injifatanis kunooti.

በእንግሊዝ ፕሪምየር ሊግ 37ኛ ሳምንት በአርሴናል እና በርንሌይ መካከል የተደረገዉን የፍጻሜ ጨዋታ በይገምቱ ይሸለሙ መርኃ-ግብር ለጠየቅነዉ ጥያቄ በርካታ መላሾች ትክክለኛዉን መልስ መልሰዋል፡፡ ጥያቄዉን በትክክል እና የውድድሩን ህጎች በመጠበቅ የመለሱ ልዩ ተሸላሚ ሆነዋል፡፡
አሸናፊዎቹም እነሆ።

Address

Bole Africa Avenue Addis Ababa
Addis Ababa

Opening Hours

Monday 08:00 - 17:00
Tuesday 08:00 - 17:00
Wednesday 08:00 - 17:00
Thursday 08:00 - 17:00
Friday 08:00 - 17:00
Saturday 08:00 - 17:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Bank posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromia Bank:

Share