Michu

Michu Michu is the first uncollateralized digital lending platform in Ethiopia provided by Cooperative Bank of Oromia and Kifiya Financial Technologies.

Waan harkaa qabdaniin daldala xiqqoo eegaltanii caalaatti bal’isuu yaaddanii liqii barbaadaa jirtuu? Baankiin Hojii Gamt...
03/11/2022

Waan harkaa qabdaniin daldala xiqqoo eegaltanii caalaatti bal’isuu yaaddanii liqii barbaadaa jirtuu? Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa qabsiisa qabeenyaa tokko malee, dhala xiqqaatiin, karaa moobaayila keessanii liqeeffachuu fi kanfalalachuu kan isin dandeessisu Michuutti fayyadamaa isiniin jedha. Mul’atni keessan karaatti hin hafu! Damee keenya isinitti dhiyoo jirutti goraa, odeeffannoo barbaaddan mara ni argattu!

በእጅዎ ባለው ገንዘብ ንግድ ጀመረው ​​የበለጠ ለማስፋፋት በማሰብ ብድር እየፈለጉ ነው? የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ያለ ምንም ብድር ማስያዣ፤ በዝቅተኛ ወለድ በተንቀሳቃሽ ስልክዎ በመጠቀም የሚበደሩበትና የሚከፍሉበትን ምቹ የተሰኘ ዲጂታል የብድር አማራጭ እንዲጠቀሙ ይጋብዛል። የእርስዎ ራዕይ መና አይቀርም! በአቅራቢያዎ የሚገኝ ቅርንጫፋችንን ይጎብኙ፤ ሙሉ መረጃም ያግኙ!

Are you looking for a loan to help you expand your business? Cooperative Bank of Oromia invites you to use the convenient digital loan option , Michu, where you can borrow without collateral and pay with your mobile phone at a low interest rate. Helping you realize your vision!
Visit the nearest branch and obtain detail information about the services.

www.coopbankoromia.com.et/michu

Waa’ee liqii qabsiisaa fi dhamaatii tokko malee liqeeffatamu dhageessanii beektuu? Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa maamil...
01/11/2022

Waa’ee liqii qabsiisaa fi dhamaatii tokko malee liqeeffatamu dhageessanii beektuu? Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa maamiltoota isaa jaallatamoof qabsiisa qabeenyaa malee, karaa dijitaalawaatiin liqeeffachuu fi kaffaluu kan dandeessisu tajaajila liqii Michuu jechamuun liqeessuu erga jalqabee bubbuleera. Liqii argattaniinis daldala keessan bal’ifachaa, jiruu fi jireenya keessan fooyyeffadhaa! Damee isinitti dhiyoo jirutti goraa, odeeffannoo barbaaddan ni argattu! Milkaa’ina keessan egereef isin cinaa jirra!

ስለ ዲጂታል ከዋስትና ነፃ እና ልፋት የሌለው የብድር አገልግሎት ሰምተዋል? የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ምቹን የብድር አገልግሎት ማስተዋወቅ ከጀመረ ውሎ አድሯል፡፡ ይህም ውድ ደንበኞቹ ያለ ምንም ማስያዣና ያለውጣ ውረድ ተበድረው በዲጅታል እንዲከፍሉ ያስችላቸዋል። ድርጅትዎን በማስፋፋት ኑሮዎንም ያሻሽሉበት! የሚፈልጉትን መረጃ ለማግኘት በአቅራቢያዎ የሚገኘውን ቅርንጫፍ ይጎብኙ!
ለስኬትዎ መሠረት ነን!

Have you heard of a digital, uncollateralized, and effortless loan? Cooperative Bank of Oromia has recently introduced Michu, which will allow its esteemed customers to borrow and pay digitally with no effort. Let you give your business a chance to expand! Visit your nearest branch to get the information you require! We are rooting for your success!

www.coopbankoromia.com.et/michu

Namoonni mul’ata guddinaa qaban milkaa’ina boruuf har’a ni karoorsu. Milkaa’ina keessan boruuf karooraan hogganamaa! Mul...
20/10/2022

Namoonni mul’ata guddinaa qaban milkaa’ina boruuf har’a ni karoorsu. Milkaa’ina keessan boruuf karooraan hogganamaa! Mul’ata gaariis qabaadhaa! Guddina egeree keessaniif tajaajila liqii wabii irraa bilisa ta'e Michuu fayyadamuun filannoo sirriidha! Michuu milkaa’ina keessaniif michoomfadhaa!
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa
Jijjiirama Guddaaf Kan Onnate!

ለነገ ዕድገታቸው ራዕይ ያላቸው ሰዎች ዛሬ ያቅዳሉ። በዕቅድ ይመሩ፣ ለቀጣይ ስኬትዎ ራዕይ ይኑርዎ! ለፈጣን ዕድገትዎ ምቹ ከዋስትና ነፃ የብድር አገልግሎት መጠቀም ትክክለኛ ምርጫ ነው! ምቹን የስኬትዎ አጋር ያድርጉ!
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ
ለላቀ ለውጥ የቆመ!

Visionary people plan today for tomorrow’s success. Lead with a plan, and have a vision for your tomorrow’s success! Using Michu, a convenient, collateral-free loan service for your future growth, is the right choice! Make it your partner for your success!
Cooperative Bank of Oromia,
Committed to breakthrough!

www.coopbankoromia.com.et

Liqiin xiqqaa jijjiirama guddaa fiduu danda’a. Daldala keessan guddisuuf yeroo liqii fudhattan, carraa galii dabalataa i...
11/10/2022

Liqiin xiqqaa jijjiirama guddaa fiduu danda’a. Daldala keessan guddisuuf yeroo liqii fudhattan, carraa galii dabalataa isin argamsiisuu danda'u ni uumtu. Egaa maal eegduree? Odeeffannoo dabalataa waa'ee Michuu argachuuf dameelee Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa isinitti dhihoo jirutti goraa!

ጥቂት ብድር ብዙ እርምጃ ሊያራምድ ይችላል፡፡ ቢዝነስዎን ለማሳደግ ብድር ሲወስዱ፤ የላቀ ገቢ ለማግኘት የሚያስችልዎትን ዕድልም ይፈጥራሉ፡፡ ታዲያ ምን ይጠብቃሉ? ስለምቹ የበለጠ መረጃ ለማግኘት በአቅራቢያዎ ወደሚገኝ የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ጎራ ይበሉ!

A small loan can have a significant impact. You will have the opportunity to boost your income when you get a loan to expand your firm. So what is holding you back? Visit a nearby coopbank branch to learn more about Michu!

https://coopbankoromia.com.et/michu/

Irreechi irreecha nagaa, kan milkaa’inaa fi jaalalaa isiniif haa ta’u! Saddeenni dirootti isiniif haa naanna’u! Kan bara...
30/09/2022

Irreechi irreecha nagaa, kan milkaa’inaa fi jaalalaa isiniif haa ta’u!
Saddeenni dirootti isiniif haa naanna’u!
Kan baranaa, kana bara egeree!
Ayyaana gaarii!

https://coopbankoromia.com.et/michu/

Imala milkaa’inaarra otoo jirtanii, tarkaanfii keessan otoo addaan hin kutin, dadhabbii fi dhamaatii keessan hambisee, b...
29/09/2022

Imala milkaa’inaarra otoo jirtanii, tarkaanfii keessan otoo addaan hin kutin, dadhabbii fi dhamaatii keessan hambisee, battaluma sanatti gaaffii keessan madaalee maallaqa harka keessaniin kan ga’u, tajaajila liqii dijitaalawaa si’aawaa fi amansisaa!
Damee keenya isinitti dhiyoo jirutti goruun odeeffannoo guutuu argachuu dandeessu!

በስኬት ጉዞ ላይ እንዳሉ እርምጃዎ ሳይቋረጥ ሃሳብንና ድካምን አስቀርቶ የብድር ጥያቄዎን ወዲያውኑ መዝኖ ገንዘብ በእጅዎ የሚገባበት ፈጣን እና አስተማማኝ ዲጂታል የብድር አግልግሎት!
ለበለጠ መረጃ አቅራቢያዎ የሚገኝ ቅርንጫፋችንን ጎራ ብለው ያነጋግሩ!

Instant access to a trustworthy and speedy digital loan service. We review your loan requests and credit money to your account in a matter of minutes. We're here to help you succeed! Visit our nearest branch for details!

https://coopbankoromia.com.et/michu/

Baga ayyaana Masqalaatiin nagaan isin ga’e! Ayyaana gaarii! Michuu: Tajaajila Liqii Dijitaalawaa ለመላው የክርስትና ዕምነት ተከታዮች ...
26/09/2022

Baga ayyaana Masqalaatiin nagaan isin ga’e!
Ayyaana gaarii!
Michuu: Tajaajila Liqii Dijitaalawaa

ለመላው የክርስትና ዕምነት ተከታዮች እንኳን ለብርሃነ መስቀሉ በሰላም አደረሳችሁ!
መልካም በዓል!
ምቹ፡ ዲጂታል የብድር አገልግሎት

Happy Ethiopian Meskel Holiday!
Michu: Uncollateralized Digital Lending

https://coopbankoromia.com.et/michu/

Bara darbe daandii bu'aa qabeessarra imalleerra. Namoota kumaatamaan lakkaa’aman fayyadamtoota Michuu taasisuudhaan mul’...
11/09/2022

Bara darbe daandii bu'aa qabeessarra imalleerra. Namoota kumaatamaan lakkaa’aman fayyadamtoota Michuu taasisuudhaan mul’ata isaanii akka dhugoomsan gargaarreerra. Bara 2015tti immoo galma maallaqaa keessan ga’uu akka dandeessaniif isin gargaaruuf qophiidha.
Baga bara haaraa geessan!

እስካሁን ትርፋማ በሆነ ጎዳና ተጉዘን፤ በሺዎች የሚቆጠሩ ግለሰቦችን የምቹ ተጠቃሚ በማድረግ ግባቸውን የሚያሳኩበት መንገድ ለማመቻቸት ችለናል፡፡ በ2015 ደግሞ እርሥዎንም የፋይናንስ ግብዎን እንዲያሳኩ ልናደርግዎት ተዘጋጅተናል፡፡
መልካም አዲስ ዓመት!

We have benefited thousands of individuals who have utilized Michu as a profound opportunity, and it has been a tremendous year. Let's now make 2015 the year you achieve your financial objectives.
Happy new year!

Address

Kirkos
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Michu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Michu:

Share

Category