Gaaddisa Odaa Computer #Online

Gaaddisa Odaa Computer #Online Yadaa filatamo ta'aan wal jijjirraa
Beeksisaa hojii Guyyaan bahu argaachuf
kara salphaan galmee hojii kamiyyuu argaachuuf
mana Gaaddisa Odaa

16/10/2022
23/09/2022

Tarkaanfii Hatattamaa Barruu Dogoggoraa/ Seer-maleessa waa’eee Oromoo irraatti baarraa’e ilaalchisuun fudhatame!

I/ Aanaa Perezdaantii Dhimmoota Akkaadaamiitiif
Yuunivarsiitii Jimmaa

Dhiimi isaa:- Tarkaanfiin Sirreeffamaa Ariifachiisaan Akka Fudhatamu beeksisuu ta’a

Yuunivarsiitii Jimmaatti Sagantaa barnoota fagoo Muummee Sooshiyoolojiitiin kennamuun moojuula gosa barnootaa ‘Sociology of Ethiopian Societies’ jedhamuuf barattootaaf qophaa’e irratti dhimma seenaa ummata Oromootiin walqabatee ibsi kenname dogoggoraafi seer-maleessa waan ta’eef murteewwan armaan gadii akka fudhataman isin beeksisa.

1ffaa- Moojuula sagantaa barnoota fagoo raabsame irratti yaadniifi ibsi dogoggoraafi seeraan alaa kenname kan ejjennoo Yuunivarsiitii Jimmaa hin ibsine tahuun hubatamee sirreeffamni atattamaa akka taasifamu

2ffaa- Moojuula sagantaa Barnoota fagoof raabsame irratti Ibsi dhiyaate kan ummataafi ummata walitti buusuu fi seera bilisummaa akkaadamii Dhaabbata Barnoota Olaanoo garmalee fayyadamuun kan barraa’e waan ta’eef moojulichi akka hin baayifamne, barattootaaf kan raabsames akka sassaabamu godhamee atattamaan akka dhabamsiifamu

3ffaa- Qaamonni hojii kana keessatti hirmaatan keessattuu barreessaafi gulaalaan moojuulichaa guyyaa har’aa Fulbaana 12 bara 2015 irraa kaasuun hojiirraa akka dhaabsifamanii seera Yuunivarsiitichaatiin dhimmichi koree namuusaaf dhiyaatee atattamaan murtiin akka itti kennamu

4ffaa- Rakkoon akkanaa irra deebiin akka hin mudanneef kitaabota barnootaa Yuunivarsiitichaa hunda irratti xiinxalli gadifagoon akka taasifamu

5ffaa- Murtiin bulchiinsaafi seeraa fudhatame ummataaf ifa akka godhamu akeekkachiisaa gara fuulduraatti xalayaan dhiifamaa marsariitii Yuunivarsiitichaafi toora miidiyaalee hawaasaa hunda irratti akka maxxanfamu cimseen isin akeekkachiisa

Raajii!!! (Fuula AbdiisaaBaanchaaJaarraa irraa)!   kun dhugaa tahuu Qulqulleessaa mee - Dhugaa taanaan Jimma University ...
23/09/2022

Raajii!!! (Fuula AbdiisaaBaanchaaJaarraa irraa)! kun dhugaa tahuu Qulqulleessaa mee - Dhugaa taanaan Jimma University deebii kennuu qaba. Cc: Jamal A. Abajobir Hasan

"Waa Jabila! ( !)
===================
Jimma University n deebii kennuu qaba! =================================
Moojulli barnootaa "SOCIOLOGY OF ETHIOPIAN SOCIETY, (SOCI 2022)" Jedhamu kan barana Yuunivarsitii Jimmaatti maxxanfamee ba'e
"Oromoon qe'ee isaa kan ture gammoojjii gara kibbaa irraa ol godaanee laafa amma irra juru - giddu galaa fi lixa biyyaattii - irra kan qubate yoo ta'u lafti Oromoon akkasitti qabate kun kan Amaaraati" jedha. Kana jechuun godinaalee Wallaggaa 4fan, godinaalee shawwaa 5nan (Finfinnee dabalatee), fi Arsii lamaan kan Amaaraa ture jedheetu barsiisa moojulli kun! (fuula 48 - 49).

Moojulli kun itti dabaluudhaanis "sirni Gadaa mirga dubartootaa waan hin kabajneef dimokiraasii ammayya irraa baayyee fagoodha" jedha.
Isa caalaayyuu sirna abbaa lagaa Tigree fi Amaaraatu irra bu'ura dimokiraasii qaba" jedha!
Hubadhaa!!!
===========
Moojulli kun kitaab namni dhuunfaa barreesse utuu hin taane, kitaaba guutuu biyyattiitti barattoonni Itoophiyaa sadarkaa digiriitti ittiin barataniidha!
Moojulli kun sirna federaalizimii ammaa kana balaaleffachuu dabalatee, heera mootummaa amma jiru mormuu dabalatee, rakkoo ilaalchaa baayyee kan calaqqisiise yoo ta'u ani waanuma ijoo muraasa qofan isin biraan ga'uuf yaale!
Kanaaaf waraanamaa jira!
kanaaf dhiigaa jira
kanaaf ajjeefama!
Oromiyaan karaa hundaan kanaaf weerarama jira!
Oromoo!!! Waan loltuun n@fxanyaa namittiin jedhamtu fi fakkaattonni ishee basyueen jecjaa ba'an kitaaba kana irratti gaafanargu ija koon amanuu dadhabe!
Barreessaan moojula (kitaaba) kanaa
fi gulaalaa isaa achuma suuraan wsl qabsiisa kana irraa arguu damdeessu!
Kana maal jenna!???
Maal jettu???"

11/09/2022

Hordoftoonni page koo hundi Baga bara 2015 nagaan geessan. barri kun kan jaalalaa, kan gammachuu, kan milkii, kan quufaa, kan nagaa isiniif haa ta'u. AYYAANA GAARII!!!

Baankii Abisiiniyaa District Bahr Dar, Dese, Dre Dawa, Hawaasaa fi Jimmaa beeksisa hojii Leenjifataa Baankii iyyattanii ...
30/08/2022

Baankii Abisiiniyaa District Bahr Dar, Dese, Dre Dawa, Hawaasaa fi Jimmaa beeksisa hojii Leenjifataa Baankii iyyattanii fi maqaan keessan armaan gaditti kennameera, sababiin isaas Dilbaata, Hagayya 29, 2014 sa'aatii 2:00 irraa eegalee qormaanni barreeffamaa waan jiruuf am, the list of names and Bakka qormaanni itti kennamu ilaaltanii guyyaa fi bakka qormaanni itti kennamu eenyummaa keessan ibsu qabatanii akka argamtan isin gaafanna.

Abyssinia Bank for Bahr Dar, Dese, Dre Dawa, Hawassa and Jimma Districts who have applied for the Bank Trainee job announcement and your name is given below, as there will be a written test on Sunday, August 29, 2014 starting at 2:00 am, the list of names and We ask you to look at the exam venue and to be present on the date and place of the exam with an ID that reveals your identity.

Telegram kana join godhadhaa
➣➣ https://t.me/Gaaddisa_Odaa
Hordoftoonni page kana
➦Gaaffiille Baankii PDF fi suraan fkn
➠Awaash Bank
➠Abyssinia Bank
➠Dashen Bank
➠Zemen Bank
➠Bunna Bank
➠CBE
➠CBO
➠Siinqee fi kkf
➦kitaaba Fana Aptitude PDF namoonni barabadaan
➦akkasumaas Gaafii qormataa kan dura kana boodaaf illee isin fayyaadu
➦Course barnotaa garagaraa
➦Waamicha qormaataf yeroo garagaraatti bahu
➦Beeksiisaa hojii kamiyyuu argaachuuf

Telegram kana join godhadhaa
Maqaa iddoo qorumsaa as ➣➣ https://t.me/Gaaddisa_Odaa

HIRIYOOTA KEESSANIF QODUUN AMAALA SINIF HAA TA'U. Hub.Course barbaaddan kan channel kana irraa hin jirree kara Group Gaaddisa Odaa nuuf barreessa sinif maxxansaa .

Odeeffannoo beeksisa wayitawaa argachuuf TELEGRA      https://t.me/Gaaddisa_OdaaCOURSE FI GAAFFIILEE QORMAATA GARA GARAA...
26/08/2022

Odeeffannoo beeksisa wayitawaa argachuuf
TELEGRA
https://t.me/Gaaddisa_Odaa
COURSE FI GAAFFIILEE QORMAATA GARA GARAA ARGAACHUF AKKASUMAAS BEEKSISAA GUYYAA GUYYAAN BAHAAN HORDOOFUF HAMMUMA GROUP KANA JOIN GODHAA.
HIRIYOOTA KESSANIF SHARE GODHA

Odeeffannoo beeksisa wayitawaa argachuuf
TELEGRAM https://t.me/Gaaddisa_Odaa

⚛️ BEEKSISAA YEROO YEROOTI SIN BIRAN GEENYA!! ⚛️Galmee Online Kamiyyuu nii Galmeessina ⚛️Galmee Online Passport haaraa,Kan Bade fi Haroomsuuf Direction 👉➥ https://goo.gl/maps/FGQs9mU8vgsFGrUeA For text➣

Hayyee Akkam Jirtu? Hordoftoonni page kana➦Gaaffiille Baankii PDF fi suraan fkn➠Awaash Bank➠Abyssinia Bank➠Dashen Bank ➠...
24/08/2022

Hayyee Akkam Jirtu? Hordoftoonni page kana
➦Gaaffiille Baankii PDF fi suraan fkn
➠Awaash Bank
➠Abyssinia Bank
➠Dashen Bank
➠Zemen Bank
➠Bunna Bank
➠CBE
➠CBO
➠Siinqee fi kkf
➦kitaaba Fana Aptitude PDF namoonni barabadaan
➦akkasumaas Gaafii qormataa kan dura kana boodaaf illee isin fayyaadu
➦Course barnotaa garagaraa
➦Waamicha qormaataf yeroo garagaraatti bahu
➦Beeksiisaa hojii kamiyyuu argaachuuf

Telegram kana join godhadhaa
➣➣ https://t.me/Gaaddisa_Odaa
➣➣https://t.me/Gaaddisa_Odaa
➣➣https://t.me/Gaaddisa_Odaa

HIRIYOOTA KEESSANIF QODUUN AMAALA SINIF HAA TA'U. Hub.Course barbaaddan kan channel kana irraa hin jirree kara Group Gaaddisa Odaa nuuf barreessa sinif maxxansaa .

Biyyoota AFRIKAA Tokko tokkoo fi Dhaadannoo Isaanii!• Afrikaa Kibbaa – Saba Bokkaa 🇿🇦• Ruwaandaa – Lafa Tulluu Kumaa🇷🇼• ...
28/07/2022

Biyyoota AFRIKAA Tokko tokkoo fi Dhaadannoo Isaanii!

• Afrikaa Kibbaa – Saba Bokkaa 🇿🇦

• Ruwaandaa – Lafa Tulluu Kumaa🇷🇼

• Madagaaskaar – Odoola Diimaa 🇲🇬

• Lesotho – Mootummaa Samii Keessaa 🇱🇸

• Gibxii – Kennaa Abbayyaa 🇪🇬

• Eertiraa - Gaala Galaana Diimaa 🇪🇷

• Burkinaa Faasoo – Biyya Qajeelaa🇧🇫

• Gaanaa- Karra Afrikaa/Urjiilee afrikaa🇬🇭

• Naayijeeriyaa- Guddaa Afrikaa 🇳🇬

• Naamibiyaa- Biyya Jajjaboo 🇳🇦

• Yugaandaa- Luuluu Afrikaa 🇺🇬

• Malawi- Onnee Ho'aa Afrikaa 🇲🇼

• Zaambiyaa- Afrikaa dhugaa 🇿🇲

• Keeniyaa - boonsaa Afrikaa 🇰🇪

• Taanzaaniyaa - Sammuu Afrikaa (Bongoo) 🇹🇿

• Gaambiyaa- qarqara galaanaa kolfaa Afrikaa 🇬🇲

• Itoophiyaa- dachee ka'umsaa 🇪🇹

• Burkinaa Faasoo - biyya namoota qajeeloo

• Morroco -biyya halluu 🇲🇦

• Mooris- odola ardii 🇲🇺

• Comoros- odola urgooftuu 🇰🇲

• Seeraaliyoon - saaloon 🇸🇱

• Chaad- onnee du'aa Afrikaa 🇹🇩

• Maalii- ija Afrikaa

• Jibuutii - luqqisii - Galoo Galaana Taadjibooraa 🇩🇯

• Kaaboo Verde - llha gochuu 🇨🇻

• Sao tome fi Principe- odola chokoleetii

• Kaameeruun- hingee Afrikaa 🇨🇲

• Seychelles - biyya ganna bara baraa 🇸🇨

• Gaaboon - Le dhiiga 🇬🇦

• Somaalee - gaanfa Afrikaa 🇸🇴

• Botswana - Saba nagaa 🇧🇼

Isin keessaa biyyi kam? Akkasumas, biyyi keessan tarree kana keessa yoo hin jirre kan keessan itti dabalaa. 🤗💯 jedhamtu

Maddi: Afrikaa beekamaa

contact me  ONLINE AWASH BANK fi ENAT BANK Galmeessaa jirraa naa qunnama               OR       0923092129nuu qunamaa ma...
17/07/2022



contact me

ONLINE AWASH BANK fi ENAT BANK Galmeessaa jirraa naa qunnama

OR
0923092129

nuu qunamaa manumaa keessan teessani tajajilaa gutuu argaattuu

Vacancy Announcement:============Awash Bank invites competent and qualified candidates for the following positions. 1. B...
17/07/2022

Vacancy Announcement:
============
Awash Bank invites competent and qualified candidates for the following positions.
1. Branch Manager Class IV Branch
Qualification & Experience:
BA Degree in Business Administration, Management, Accounting, Banking & Finance, Economics plus minimum of 8 years of relevant banking experience of which 3 years in a supervisory position.

2. Principal - Business Intelligence and Innovation Officer
Qualification & Experience:
BA Degree in Business Management/ Economics/Finance/Accounting or related field plus a minimum of Six years’ experience, with at least 2 years at Senior Officer. Masters in a Business-related course (added advantage)
Professional course in related fields (added advantage).

3. Talent Management Officer
Qualification & Experience:
BA Degree in Public Administration, Management, Human Resource Management or related field plus a minimum of 3 years’ experience in Human resource area.

4. Administrative Assistant I
Qualification & Experience:
BA Degree in Administrative Services Management and Technology System or related field plus a minimum of Two (2) years of relevant work experience in Secretarial Service.

5. Audio Visual and Documentation Officer
Qualification & Experience:
Diploma in Electronics, Photography & Video or related fields. Courses in communication and advertisement (added advantage) Plus, a minimum of 5 years in photography and editing.

6. CCTV Camera Officer and Technician
Qualification & Experience:
Diploma in Electronics or related fields.
Technical certification in CCTV, Camera & Videography, IT (added advantage).
Certificate of Police/Military, and other security (added Advantage). Plus, a minimum of Two (2) years’ experience.
Experience as a police/military, and security.

7. Customer Service Officer I/ Direct Sales Representative
Qualification & Experience:
BA Degree in Banking & Finance, Accounting, Management, Economics, Marketing Management, Business Administration, Public Administration and Development Management, International Trade & Investment Management, Cooperative Business Management & Auditing.
Term of Employment: Permanent for all Positions
Skills Requirement: Knowledge of computer operation is mandatory
Salary & Benefits: As per the Bank’s Salary Scale & Benefits Package
For Position No. 7: -
-Only graduates of 2021 & 2022 are invited to apply, with CGPA of 2.5 and above and applicants are advised to use the option Fresh Graduate while creating their e-mail address.
-Age not exceeding 27 years.
¬Interested applicants, who fulfill the above requirement, are invited to apply only via Online Job Application System; https://jobs.awashbank.com. within 7 consecutive days from the first date of this announcement on the newspaper.
N.B
¬Incomplete applications will not be considered.
Vacancy Announcement Date - July 17, 2022

Telegram Gaaddisa Odaaa👇👇
➣➠https://t.me/Gaaddisa_Odaa
Kara page fb koo👇👇
➣➠ https://www.facebook.com/gaaddisaodaaGO/
Google Direction
➣➠ https://goo.gl/maps/FGQs9mU8vgsFGrUeA
Godhaadha

✳️ Gmail Afaan Oromoo  tajaajila Google 50 ol kennu keessaa isa tokko.  yeroo email erginu filannoo hedduu qaba. Keessat...
11/07/2022

✳️ Gmail Afaan Oromoo

tajaajila Google 50 ol kennu keessaa isa tokko.

yeroo email erginu filannoo hedduu qaba. Keessattuu yoo update gootan.

Faayidaa qabu keessaa muraasni kunooti:

1ffaa: Amala Google Smart Compose jedhamu
Yeroo tokko tokko barruu ykn yaada itti aansee barreessitu tokko yeroo isin jalaa darbitu Google si gargaara.

Google Smart Compose Feature Gmail irratti ni argattu. Tajaajilli kun yeroo ati aarii dhabdu ykn aarii dhabdee "kana jechuu barbaaddu" jettu si gargaara.

2ffaa: Imeelii guyyaa ykn sa’aatii booda akka ergamu saganteessuu

Fakkeenyaaf, email guyyaa 3 booda erguu qabdu yoo qabaatte, garuu guyyaa sana email erguuf mijataa yoo hin taane, fakkeenyaaf cidha ykn waan biraa yoo qabaatte email sana har'a barreessi guyyaa sadii booda, fakkeenyaaf Kamisa sa’aatii 12tti.

3ffaa: Yeroo online ykn offline hin jirretti Gmail fayyadamuu dandeessu.

Step 4: Confidential Mode: Kun tajaajila Gmail baayyee faayidaa qabuudha.
Fakkeenyaaf, yaada daldalaa, barreeffama fiilmii ykn odeeffannoo iccitii waliigalaa qabu iimeelii erguuf qoramuu dandeessa. Sababni isaas namni ati odeeffannoo itti ergitu narraa yoo fudhate, ykn akka maxxansaatti yoo fayyadame, ykn nama sanada sana arguu hin barbaanneef yoo kenne, fi kkf ni yaaddofta.

Haa ta'u malee, Gmail irratti Confidential Mode yoo qabaattan namni odeeffannoo iccitii itti ergitan sanada sana maxxansuu hin danda'u; Koppii gochuu hin danda'u, akkasumas gara teessoo imeelii nama biraatti dabarsuu hin danda'u.

Step 5: Yeroo Google Account ykn Gmail account banattan Google bakka 15 GB isiniif kenna.

Hiikni isaa: Suuraa, viidiyoo fi sanadoota isin barbaachisan bilbila keessan irratti ni qabaattu. Tolaan asitti maxxansuu dandeessu. Namoonni bilbilli koo badeera jedhu... Dhiifama, garuu sanada koo dhabuun koo na aarsa. Yoo akkaawuntii Gmail banattan ta'e, sana booda sanadoota keessan Gmail waliin walqabsiisuu dandeessu.

Yeroo namoonni biroo bilbila isaanii dhaban quunnamtiin bilbila isaanii irra jirus ni bada. Akkasumas yoo Gmail account qabaattan tokkoon tokkoon quunnamtii keessanii Gmail irratti argachuu dandeessu.

🔰Telegram Gaaddisa Odaaa👇👇
➣➠https://t.me/Gaaddisa_Odaa
Kara page fb koo👇👇
➣➠ https://www.facebook.com/gaaddisaodaaGO/
Google Direction
➣➠ https://goo.gl/maps/FGQs9mU8vgsFGrUeA
Godhaadha

Address

Https://goo. Gl/maps/FGQs9mU8vgsFGrUeA
Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaaddisa Odaa Computer #Online posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gaaddisa Odaa Computer #Online:

Share