East Shewa Zone Investors Forum

East Shewa Zone Investors Forum Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from East Shewa Zone Investors Forum, Investing Service, East Shewa, Adama.

Best young entrepreneur of the year vote
30/07/2025

Best young entrepreneur of the year vote

30/07/2025
04/05/2025

Akkam jirtuu miseensii fooramii abbootii qabeenyaa godina shawa baha hundii keessaan, akkumaa beekamu fooramii abbootii qabeenyaa akka oromiyaatti labsiin, dhabbatte . Yaa ta’uu malee yeroo kan walti Qaban fi abbumaan dhimma kana kan degeruuf cimsu hoggannotta akka godinatti jiraanidha. garuu dubbii isaa gargaltoo taatee yeroo baayyee itti gaaffatama godinaa fi invastimantii godinicha akka dataa abbootii qabeenyaa nuf kennen irra deddeebinee gaaffachaa turu keenyaa akka baratnif fooramii abbootii qabeenyaa go/Sh/B dhibahumma hoggansatti hanga ammatti koreen isin falatan hojii tokkollee akka hin raawwannee warrii dhimmi kun ilaaltu akka bartan kabajan isinif beeksisan!
Koree abbaootti qabeenyaa fooramii go/sh/baha

Baga ayaana waggaa geessan!
20/04/2025

Baga ayaana waggaa geessan!

Ras Desta Damtew St, 01, Kirkos, Addis Ababa, Ethiopia. Tel1: 251-551-50-04 , Fax: 251-551-45-22 SWIFT Code: CBETETAA Email: [email protected]

19/10/2024

Boordiin Invastimantii Oromiyaa walga'ii guyyaa har'aa gaggeesseen Invastaroota (Abbootii Qabeenyaa) Seektara Invastimantii garaa garaa irratti simataman 4,300 oliif murteessee kallattii kaa'ameen hojiitti akka galan Biiroon Invastimantii fi Industirii Oromiyaa beeksise.
Onkololeessa 9, 2017
Finfinnee

27/07/2024

Miseensoonnii Fooreemii investors godina showaa bahaa taatan martii page kan follow godha!

Address

East Shewa
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when East Shewa Zone Investors Forum posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share