Jiranus jirra

Jiranus jirra Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jiranus jirra, Financial service, Oromia, Nek'emte.

03/08/2023

Hiriyaa waliin hojii hojettu boolla leencota nama nyaatan keessa akka bu'u mootii si bulchutti hin hamatiin, waa'ee isaa si irra wqyotu irra beeka, boollicha keessa ergamoonni isa Oolchan jiru, ati garuu lafeen kee boollicha keessatti leencicaan lubbuunkee baduuf jira. Obboleessakee hin miidhiin.............. Mac. Dani.6: 16-24

Wal marii'achuun furmaata wal dhabdee dhimma tokkooti, Wal mariiyachuun daandii hojii fi jireenya tokkummaan galma gahan...
02/08/2023

Wal marii'achuun furmaata wal dhabdee dhimma tokkooti, Wal mariiyachuun daandii hojii fi jireenya tokkummaan galma gahanidha ilaalamee suurakana.

Ilaallachaa sirbaa "Goboz goboz" jechaa gobaatti sidiruuf sitti siqanii siwaliin kokkolfuu siwaliin taphatu of egachaa s...
02/08/2023

Ilaallachaa sirbaa "Goboz goboz" jechaa gobaatti sidiruuf sitti siqanii siwaliin kokkolfuu siwaliin taphatu of egachaa sirbuu wayya.

Kan akkasiiti  tahinnaa kan waajjira mootummaa keessa nama rakkisu ijoo
28/07/2023

Kan akkasiiti tahinnaa kan waajjira mootummaa keessa nama rakkisu ijoo

24/07/2023

What'$ 0n your mind? Anaan gowwummaa namaa isa homaa hin baafnetti rara'utu nadhiba.

Ameen Ameen
22/07/2023

Ameen Ameen

204 likes, 28 comments. “ ”

19/07/2023
19/07/2023

Obsaa dhaggeeffadhaa!
Yeroon kun biyya lafaaf ykn adunyaa kanaaf yeroo qormaatati.
Adunyaan kun qormaata jireenyaa mataa ishee baafattee sochooti. Qormaata kana keessaa inni guddaan Adunyaan kana sodaachisaa jiru Waa'ee Qaalayinsa jireenyaati. Qaalayinsa jireenyaa jechuun waan dhalli namaa fayyadamu ol ka'uu jechuudha. Adunyaa kana irratti gaafa qaalayinsi jireenyaa biyya tokko mudatu waan hedduuf yaaddoodha. Isaan kana keessaa :-
1, Jiraachuu dhala namaa jireenya gad Aanaa jiraataniif rakkoodha,-Namni isaanii beeku hin jiru kan isaanii dirmatu hin jiru. Sababni isaa Nama hundumatu roga kana keessa jira waan taheef.Yeroo kana waliif dhagahuun baayee rakkisaadha, kallattii kennuun fudhachuun, waliif ajajamuun abboomamuun yeroo itti danqaa tahudha.
2, Qaama biyya tokko bulchuuf gufuu guddaadha. Gaafa mootummaan biyyichaa Ummata isaatti dubbatu, mootummaa dhaggeeffachaa dhiisee yeroo hunda waa'ee jireenya isaa yaada, Umatichi moottummaa isaatti ni dallana, yeroo kanatti gamaagamanaa wacatu dhagahama malee wal dhaggeeffachuun waliif ajajamuun ni hir'ata.seera biyyattii tuffachuun ni guddata, gaggeessaa sadarka sadarkaan jiru irraa waa hin fudhatu.
::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
Kanaafuu Namni jireenya qofaakoon jiraadha kan jedhu dhiisee waan qabu qabeenyas tahe yaada isaa waliif qoodee waliin jiraachuun fala taha, inni qabu isa hin qabne isa hagabuu buluuf yaaduu qaba.
Daldalaan Biyyattii keessa jiru Uummata sana ala jiraachuu waan hin dandeenyeef Uummata isaaf yaaduu qaba, garmaleen buufadheen har'uman sooroma jechuu hin qabu, Uummata jireenyaan du'e keessatti sooromee essa gahuu hin danda'u waan taheef, dubbiin dubbii nyaatanii bor gahuuti waan taheef.
Mootummaan biyyicha bulchu Ummata isaa qaqabuu qaba labsii addaa baafatee Umata isaa dhaggeeffachuu qaba, fala faluun Uummata isaaf dirmannaa gochuu qaba.
Karaa biraa Namni ykn sabni biyyicha keessa jiraatu kun waan hojjetu dhiisee, iddoo jiru of ilaalee waaqayyoon dhaggeeffachuu qaba.Waaqayyoon alatti waan tahu danda'u waan hin jirreef akka Amantii isaatti sabni biyyichaa waaqayyoof yeroo isaa irraa qoodee waaqayyoon dhaggeeffachuu qaba, wqaayyoon kadhachuu qaba,
Dubbiin qaalayinsa jireenyaa addunyaa yeroo mudatu dalansuu waaqayyoo tahuu waan danda'uuf sabni biyattii keessa jiru hundi akkaataa seera Amantii isaatti qabeenyaa isaa irraa Osuma qaalayinsi jireenyaa jiruu qabeenya isaa waaqayyoof kennaa godhee kennuu qaba. Dubbiin qaalayinsa jireenyaa kun waaqayyoof akeeka tahuu danda'a yeroo kana gara waaqayyootti deebun dirqama lubbuuti dirqama fooniiti. Biyyi tokko yeroo waliigaltee harkashee gara waaqayyootti ol kaafattu waaqayyo harka ol kahe kana ilaaluu danda'a.
Kanaafuu hundi keenya teenyee jireenyatu natti cime jiraachuun natti ulfaate jechuurraa of ilaallee gara waaqayyootti harka ol kaafachhuun fala ta'an jedha. GALATOOMAA.

Address

Oromia
Nek'emte
04

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jiranus jirra posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Jiranus jirra:

Share