Awash Bank - Metehara Branch

Awash Bank - Metehara Branch For more information visit our brancg in person or contact as on 022226-1213/022226-1311/0988-281280

Maallaqa galii ykn baasii gochuuf waraqaa irratti barreessuun yeroo isaa irra darbeera! Appilikeeshinii AwashBirr Pro ir...
21/12/2025

Maallaqa galii ykn baasii gochuuf waraqaa irratti barreessuun yeroo isaa irra darbeera! Appilikeeshinii AwashBirr Pro irratti filannoo “Tajaajila Damee” jedhu fayyadamuun ykn QR Code damee keenya keessatti argaman iskaan (scan) gochuun waraqaa barreessuun osoo isin irraa hin eegamiin maallaqa galchuu fi baasuu dandeessu.

Baankii Awaash!

ገንዘብ ገቢ እና ወጪ ለማድረግ ወረቀት ላይ መፃፍ ድሮ ቀረ! የአዋሽብር ፕሮ ላይ “ቅርንጫፍ አገልግሎት” የሚለውን አማራጭ በመጠቀም ወይም በየቅርንጫፎቻችን የሚያገኙትን ኪው አር ኮድ (QR Code) ስካን በማድረግ ብቻ ወረቀት ላይ መፃፍ ሳይጠበቅብዎ ገንዘብ ገቢ እና ወጪ ማድረግ ይችላሉ።

አዋሽ ባንክ!

Baga Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee fi Hora Harsadee nagaan geessan!Ayyaana Gaarii!Baankii Awaashእንኳን ለሆራ ፊንፊኔ እና ሆራ ሃር...
03/10/2025

Baga Ayyaana Irreecha Hora Finfinnee fi Hora Harsadee nagaan geessan!
Ayyaana Gaarii!
Baankii Awaash
እንኳን ለሆራ ፊንፊኔ እና ሆራ ሃርሰዴ የኢሬቻ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
መልካም በዓል!
አዋሽ ባንክ

Maallaqa ‘ATM’ irraa baasuubarbaaddanii, garuu Kaardii hin qabannee?Hin yaadda’inaa!Fayyadamaa teeleebirrii yoo taatan, ...
13/08/2025

Maallaqa ‘ATM’ irraa baasuubarbaaddanii, garuu Kaardii hin qabannee?
Hin yaadda’inaa!
Fayyadamaa teeleebirrii yoo taatan, kaardii malee ‘ATM’ Baankii Awaash isinitti dhihoo jiru irraa maallaqabaasuu akka dandeessan gammachuudhaan isin beeksifna.

ገንዘብ ከኤ.ቲ.ኤም ለማውጣት ፈልገው ካርድ አልያዙም?
ሃሳብ አይግባዎ!
የቴሌብር ተጠቃሚ ከሆኑ፣ ያለካርድ በአቅራቢያዎ ከሚገኙት የአዋሽ ባንክ ኤ.ቲ.ኤም ማሽንኖች ገንዘብ ወጪ ማድረግ እንደሚችሉ ስናሳውቅዎ በታላቅ በደስታ ነው፡፡

Kaffaltii boba’aa keessan fayyadamaaf mijataafi amansiisaa kan ta’e appilikeeshinii ammayaa’aa AwashBirr Pro fayyadamuun...
10/06/2025

Kaffaltii boba’aa keessan fayyadamaaf mijataafi amansiisaa kan ta’e appilikeeshinii ammayaa’aa AwashBirr Pro fayyadamuun salphaatti raawwadhaa!
Appilikeeshinicha buufachuuf https://onelink.to/j7fnbz cuqaasaa!

የነዳጅ ክፍያዎን ዘመናዊ፣ ምቹ እና አስተማማኝ በሆነው አዋሽብር ፕሮ በቀላሉ ይክፈሉ!
መተግበሪያውን ለማውረድ https://onelink.to/j7fnbz ይጫኑ!

05/06/2025

Kaffaltii boba'aa raawwachuuf Baankiin Awaash filannoo keessan waan ta’eef galatoomaa jechaa, Kaffaltii keessan Appilikeeshinii AwashBirr Pro fayyadamuun salphaatti ‘QR code’ iskaan taasisuun ykn bilbila keessan fayyadamuun karaa ‘USSD’ jecha darbii galchuun salphaatti raawwachuu dandeessu.

የነዳጅ ክፍያ በአዋሽብር ፕሮ ቀሏል
=======
ለነዳጅ ግብይትዎ ክፍያ አዋሽ ባንክን ምርጫዎ ስላደረጉ እያመሰገንን፣ ክፍያውን የአዋሽብር ፕሮ መተግበሪያ በመጠቀም በኪው-አር ኮድ (QR code) አልያም ስልክ ቁጥርዎን በመጠቀም በዩኤስኤስዲ (USSD) የይለፍ ቃል በማስገባት ብቻ መፈጸም ይችላሉ።

Appilikeeshinii moobaayilaa AwashBirr Pro yeroo fayyadamtan qarshii callaa qabachuun osoo isin irraa hin eegamiin kaffal...
30/12/2024

Appilikeeshinii moobaayilaa AwashBirr Pro yeroo fayyadamtan qarshii callaa qabachuun osoo isin irraa hin eegamiin kaffaltii daldalaa fi bakkeelee kenniinsa tajaajilaatti Koodii 'QR' fayyadamuun kaffaltii raawwachuu isin dandeessisa.

በቀላሉ ይክፈሉ!
===========

የአዋሽብር ፕሮ መተግበሪያን ሲጠቀሙ በግብይት እና በአገልግሎት መስጫ ስፍራዎች ጥሬ ገንዘብ መያዝ ሳይጠበቅብዎ ‘QR’ ኮድ ስካን በማድረግ ብቻ ክፍያዎን በቀላሉ መፈፀም ይችላሉ!


03/12/2024

Ijoolleen faayidaa qusannaa yeroodhaan akka hubatanii fi aadaa qusannaa akka horataniif Baankiin keenya herrega qusannaa addaa daa'immanii qopheesse ijoollee keessaniif banuun jireenya milkaa'aa egeree isaaniif bu'uura kaa'aa.

ልጆች ስለቁጠባ ጥቅም በጊዜ እንዲረዱና የቁጠባ ባህልን እንዲያዳብሩ ባንካችን ባዘጋጀው ልዩ የሆነ የልጆች የቁጠባ ሂሳብ ለልጆች በመክፈት የነገ ህይወታቸው የተሳካ እንዲሆን መሰረት ይጣሉ!


Badhaasa keessan fudhadhaa!  =====  Baankiin Awaash mata duree 'Baankiin keessan harka keessan jira' jedhuun duula baank...
03/12/2024

Badhaasa keessan fudhadhaa!
=====
Baankiin Awaash mata duree 'Baankiin keessan harka keessan jira' jedhuun duula baankii dijiitaalaa ji'a tokkoof turu gaggeessaa akka jiru kan beekamu yoo ta'u, carraadhuma kanaanis tajaajila baankii moobaayilaa Awash Birr Pro yeroo fayyadamtan:
- Daldaaltotaaf kennaa bilbila ismaartii 52
- Maallaqa sassaabdota (Cashiers) dhaabbileetiif kennaa hanga qarshii kuma kudha-shan
- Maamiltoonni yeroo Awash Birr Pro galmaa'anii fayyadamuu eegalan kennaa qarshii 15
- Maamiltoota kanaan dura AwashBirr Pro galmaa’anii garuu fayyadamuu addaan kutanii turaniifi amma itti fayyadamuu eegalaniif kennaa qarshii 15 kan isiniif dhihaatu ta’a.
Danbiifi haalaawwan ni raawwatu. Odeeffannoo dabalataaf marsariitii keenya www.awashbank.com daawwadhaa.
Baankii Awaash!
ሽልማትዎን ይውሰዱ!
=========
አዋሽ ባንክ ‘ባንክዎ በእጅዎ’ በሚል መሪ ቃል ለአንድ ወር የሚቆይ የዲጂታል ባንኪንግ ንቅናቄ እያካሄደ መሆኑ የሚታወቅ ሲሆን በዚሁ አጋጣሚ የአዋሽ ብር ፕሮ ሞባይል ባንኪንግ አገልግሎትን ሲጠቀሙ፡
- ለነጋዴዎች 52 ስማርት ስልክ ስጦታዎች
- ለድርጅት ገንዘብ ተቀባዮች በጋራ እስከ 15 ሺህ ብር የጉርሻ ስጦታ
- ለደንበኞች አዋሽ ብር ፕሮን ሲመዘገቡና መጠቀም ሲጀምሩ የ15 ብር የጉርሻ ስጦታ
- ከዚህ በፊት ተመዝግበው ነገር ግን ሳያንቀሳቅሱት ቆይተው አሁን መጠቀም ሲጀምሩ የ15 ብር የጉርሻ ስጦታ ይበረከትልዎታል!
ደንብና ሁኔታዎች ተፈፃሚ ይሆናሉ። ለበለጠ መረጃ www.awashbank.com ይጎብኙ!
አዋሽ ባንክ!

02/11/2024

Kaffaltii Iqqubii (Equb) keessan bakkee jirtan irraa fayyadamaaf salphaa fi mijataa kan ta’e AwashBirr Pro fayyadamuun kaffalaa!
Appilikeeshinii AwaashBirr-Pro https://onelink.to/j7fnbz irraa buufachuun galmaa’aatii damee keenya isinitti dhihoo jiru dhaquun jalqabsiisaa!

የዕቁብ ክፍያዎን ካሉበት ቦታ ሆነው ለአጠቃቀም ቀላል እና ምቹ በሆነው አዋሽ ብር ፕሮ ይክፈሉ!
የአዋሽ ብር ፕሮ መተግበሪያን ከ https://onelink.to/j7fnbz አውርደው በመመዝገብ በአቅራቢያዎ በሚገኝ ቅርንጫፋችን ቀርበው ያስጀምሩ!

Maashinii ATM Baankii Awaash irraa kaardii ATM malee maallaqa baasuuf adeemsa armaan gadii hordofaaA) Appilikeeshinii Aw...
10/10/2024

Maashinii ATM Baankii Awaash irraa kaardii ATM malee maallaqa baasuuf adeemsa armaan gadii hordofaa
A) Appilikeeshinii AwashBirr-Pro
1. AwashBirr-Pro banaa
2. ‘Baasii’ isa jedhu tuqaa
3. ATM irraa (Cardless Money Send) isa jedhu filadhaa
4. Fuula itti aanu irratti
• Bakkee ‘Akkaawuntii itti dabarsitan’ jedhu irratti Lakkoofsa bilbilaa galchaa
• ‘Hanga’ bakkee jedhu irratti maallaqa hanga baasuu barbaaddan galchuun akkasumas sababa barreessuun adeemsa itti aanan raawwadhaa.
5. Itti aansuudhaan ergaa barreeffama gabaabaa (SMS) lama lakkoofsa iccitii qabate baankii keenya irraa isin qaqqaba.

B) Maashinii ATM Baankii Awaash isinitti dhihoo jiru dheemuudhaan
1. ‘Maallaqa fudhachuu’ (Receive Money) isa jedhu filadhaa
2. Itti aansuun ‘Mobile/Internet’ isa jedhu filachaa
3. Jecha icciitii dijiitii 8 qabu karaa ergaa barreeffama gabaabaa isin qaqqabe galchaa
4. Lakkoofsa mobaayilaa galchaa
5. Adeemsa itti aanan xumuruun qarshii keessan fudhadhaa.

ከአዋሽ ባንክ ኤቲኤም ማሽን ያለ ኤቲኤም ካርድ ገንዘብ ለማውጣት እነዚህን ሂደቶች ይከተሉ
ሀ) አዋሽ ብር ፕሮ
1. እዋሽብር ፕሮ ይክፈቱ
2. ወጪ የሚለውን ይጫኑ
3. ከኤቲኤም ይምረጡ
4. ቀጥሎ በሚመጣው ገፅ ላይ
• ወደ የሚለው ቦታ ስልክ ቁጥር ያስገቡ
• መጠን የሚለው ቦታ ላይ ወጪ የሚያደርጉት የገንዘብ መጠን በማስገባት እንዲሁም ምክንያት በማስገባት ቀጣይ ሂደቶችን ይጨርሱ
5.ቀጥሎ የሚስጥር ቁጥር የያዘ ሁለት አጭር የፅሁፍ መልዕክት ከባንካችን ይደርስዎታል፡፡

ለ) አቅራቢያዎ ወደሚገኝ የአዋሽ ባንክ ኤቲኤም ማሽን በመሄድ
1. ገንዘብ ለመቀበል የሚለውን ይምረጡ
2. በመቀጠል ከሞባይል/ኢንተርኔት የሚለውን ይምረጡ
3. በአጭር የፅሁፍ መልዕክት የደረሰዎትን ባለ 8 አሃዝ የሚስጥር ቁጥር ያስገቡ
4. የሞባይል ቁጥር ያስገቡ
5. ቀጥሎ ያሉትን ሂደት በመጨረስ ገንዘብዎን ይቀበሉ።

02/09/2024

Sanduuqa qusannaa Mudaay fayyadamaaf salphaa fi mijataa kan ta'e Baankiin Awaash isiniif dhiheesseen mul’ata keessan boruuf bu'uura kaawwadhaa! Tajaajilli kun maamiltoonni gara baankii deemuun osoo irraa hin eegamiin akka qusatan kan dandeessisudha. Kanaafuu, damee Baankii Awaash isinitti dhihaatu deemuun herreega qusannaa banachuun, galiin keessan irraa qusannaa eegalaa; barmaatii qusannaa keessan guddisaa.

Baankii Awaash!

ቁጠባዎ ነገ ፍሬ እንዲያፈራ ዛሬ አንድ ብለው ይጀምሩ!
==============
አዋሽ ባንክ ባቀረበው ቀላልና እና ለአጠቃቀም ምቹ በሆነው ሙዳይ የቁጠባ ሳጥን ለነገ ህልምዎ መሰረት ይጣሉ! አገልግሎቱ ደንበኞች ወደ ባንክ መመላለስ ሳያስፈልጋቸው ባሉበት ሆነው እንዲቆጥቡ ምቹ ሁኔታን ይፈጥራል፡፡ በመሆኑም ዛሬውን የቁጠባ ሂሳብ በሚቀርቦት የአዋሽ ባንክ ቅርንጫፍ በመክፈት ቁጠባዎን በየዕለቱ ከሚያገኙት አነስተኛ ገንዘብ ይጀምሩ፤ የቁጠባ ባህልዎን ያዳብሩ፡፡

አዋሽ ባንክ!


18/07/2024

Tajaajila hunda galeessa kan kennu AwaashBirr- Pro fayyadamuun tajaajila baankii guutuu argadhaa!
Appilikeeshinicha buufachuuf https://onelink.to/j7fnbz cuqaasaa!
Baankii Awaash!
አዋሽብር ፕሮ
=================
ዘርፈ ብዙ አገልግሎት የሚሰጠውን አዋሽብር ፕሮ የሞባይል መተግበሪያ በመጠቀመ የተሟላ የባንክ አገልግሎት ያግኙ!
መተግበሪያውን ለማውረድ https://onelink.to/j7fnbz ይጫኑ!
አዋሽ ባንክ

Address

Metehara
ERGOSHAHOTEL

Opening Hours

Monday 08:00 - 19:00
Tuesday 08:00 - 19:00
Wednesday 08:00 - 19:00
Thursday 08:00 - 19:00
Friday 08:00 - 19:00
Saturday 08:00 - 18:00

Telephone

+251988281280

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Awash Bank - Metehara Branch posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Awash Bank - Metehara Branch:

Share