Siinqee Bank Gurawa Branch

Siinqee Bank Gurawa Branch Financial institutions

Baankiin Siinqee  Raawwii Hojii  Bara Bajataa 2024/2025 A.L.Atti fi imala milkaa’inaa waggoottan darban sadii ilaalchisu...
03/07/2025

Baankiin Siinqee Raawwii Hojii Bara Bajataa 2024/2025 A.L.Atti fi imala milkaa’inaa waggoottan darban sadii ilaalchisuun guyyaa har’aa Waxabajjii 26 bara 2017 Waajjiira Muummee baankichaatti miidiyaaleef ibsa kenne.

Pireezedaantiin Baankichaa Kabajamoo Obbo Nawaay Magarsaa ibsa kennaniin Baankichi bara baajatichaa milkaa’ina olaanaan kan xumure ta’uu fi yeroo gabaabaa waggoottan sadan kana keessatti kuufamni mallaqaa (Total Deposit) qarshii Biiliyoona 102.5 gahuu fi Galiin waliigalaa (Total income) Baankichaa qarshii Biiliyoona 15 ta'uu ibsuun, Hoggantootaa Baankichaa, maamailtoota, hojjettootaa fi qooda-fudhattoota milkaa’ina kanaaf gumaachan hunda galateeffataniiru.

Kabajamoo Obbo Nawaay, barri hojii itti aanu, bara ciminaa fi kutaannoon milkaa’inaa akkasumas bu'a qabeessummaa baankichaa dachaa itti taasifamu akka tahu hawwi isaanii ibsuun, hoggantootni baankichaa, hojjeettootni akkasumas qooda fudhattootni hundi cichoominaan hojechuun galma ga’iinsaa karoora baankichaaf gahee isaanii akka bahatan dhaamaniiru.

Tokkummaan gara Milkaa’inaatti!

የሲንቄ ባንክ የ2024/2025 በጀት አመት አፈጻጸም እና ያለፉት ሶስት አመታት ስኬታማ ጉዞን በማስመልከት በዛሬው ዕለት ሰኔ 26 ቀን 2017 ዓ/ም በባንኩ ዋና መ/ቤት ጋዜጣዊ መግለጫ ሰጥቷል።

የባንኩ ፕሬዝዳንት ክቡር አቶ ንዋይ መገርሳ በሰጡት መግለጫ ባንኩ የበጀት ዓመቱን በላቀ አፈጻጸም ማጠናቀቁን እና በዚህ አጭር 3 አመታት ውስጥ የባንኩ ጠቅላላ ተቀማጭ ገንዘብ(Total deposit) ብር 102.5 ቢሊየን መድረሱን እና የባንኩ ጠቅላላ ገቢ (Total income) ብር 15 ቢሊየን ገልፀው ለዚህ ስኬት አስተዋፅኦ ላደረጉ የባንኩን ስራ አመራሮች፣ደንበኞች፣ሰራተኞችና ሁሉንም ባለድርሻ አካላት አመስግነዋል።

ክቡር አቶ ንዋይ አክሎም ለቀጣዩ የስራ ዘመን የባንኩን ስኬትና ትርፋማነትን በእጥፍ የሚያድግበት ዘመን እንዲሆን መልካም ምኞታቸውን በመግለፅ የባንኩ ስራ አመራሮች፣ሰራተኞች እና ባለድርሻ አካላት የባንኩን እቅድ ለማሳካት በቁርጠኝነት እና በትጋት እንዲሰሩ አሳስበዋል።

በአንድነት ወደ ስኬት!

Tajaajiloota Baankii Dhalarraa Bilisaa Siinqee IHSANin kennaman:-1.  Herreega Kuufamaa fi Invastimantii 2.  Tajaajila li...
15/11/2024

Tajaajiloota Baankii Dhalarraa Bilisaa Siinqee IHSANin kennaman:-
1. Herreega Kuufamaa fi Invastimantii
2. Tajaajila liqii ykn Faayinaansingii
3. Tajaajila kenniinsa wabiiwwanii
4. Tajaajila kenniinsa gargaarsa daladala idil adunyaa
5. Tajaajila daddabarsa maallaqaa (Hawala)
6. Tajaajila jijjiirraa maallaqa alaa
7. Tajaajila baankii dijitaalaa

በሲንቄ ኢህሳን ከወለድ ነጻ የባንክ አገልግሎት የሚሰጡ አገልግሎቶች፤
1. የተቀማጭ እና የኢንቨስትመንት ሒሳቦች፤
2. የፋይናንሲንግ /ብድር/ አገልግሎት፤
3. ዋስትናዎችን የመስጠት አገልግሎት፤
4. የዓለም አቀፍ ንግድ ድጋፍ አገልግሎት፤
5. የገንዘብ ማስተላለፍ /ሐዋላ/ አገልግሎት፤
6. የውጭ አገር ገንዘብ ምንዛሪ አገልግሎት፤
7. የዲጂታል ባንኪንግ አገልግሎት


Kabajamtoota Maamiloota Keenya: Tajaajila keenya daran fooyyessuuf hojiin siistama odeeffannoo ammayyeessuu ni hojjetama...
14/11/2024

Kabajamtoota Maamiloota Keenya:

Tajaajila keenya daran fooyyessuuf hojiin siistama odeeffannoo ammayyeessuu ni hojjetama waan ta’eef Jimaata, Sadaasa 06 sa’aa boodaa fi Sanbata, Sadaasa 07/2017 A.L.I guyyaa guutuu dameelee keenya hundatti yeroof tajaajilli addaan cita. Kanaafuu, guyyoota caqafaman kanatti qaawwa uumamuuf gamanumaan dhiifama gaafachaa obsaan akka nu eegdan kabajaan isin beeksifna.

Baankii Siinqee
Tokkummaan Gara Milkaa’inaatti!

ዉድ ደንበኞቻችን ፣ የባንካችንን አገልግሎት አሰጣጥ ይበልጥ ለማሻሻል የመረጃ ማዕከል ሲስተም የማዘመን ስራ ስለሚከናወን፣ አርብ ኅዳር 6 ቀን ከሰዓት በኋላ እና ቅዳሜ ህዳር 7 ቀን 2017 ዓ.ም ሙሉ ቀን በሁሉም የባንካችን ቅርንጫፎች አገልግሎት በጊዜያዊነት የሚቋረጥ ይሆናል፡፡ በመሆኑም፣ ደንበኞቻችን በትዕግስት እንድትጠብቁን እየጠየቅን፣ ለሚፈጠረው መስተጓጎል ከወዲሁ ይቅርታ እንጠይቃለን።

ሲንቄ ባንክ
በአንድነት ወደ ስኬት!

Siinqee IHSAN fayyadamuun daldala keessan Halaalaan  ariifachiisaa.Juma'a Gaarii!ሲንቄ ኢህሳንን ተጠቅመዉ የሓላል ግብይቶን ያቀላጥፉመልካም_ጁመ...
16/02/2024

Siinqee IHSAN fayyadamuun daldala keessan Halaalaan ariifachiisaa.
Juma'a Gaarii!

ሲንቄ ኢህሳንን ተጠቅመዉ የሓላል ግብይቶን ያቀላጥፉ
መልካም_ጁመዓ !


16/02/2024

AMN- Guraandhala 07/ 2016:- WALIIGALTEE HOJII BAANKII SIINQEE

24/01/2024

Finfinnee keessatti Naannoowwan dameelen Baankii Siinqee itti argaman keessaa muraasa

በፊንፊኔ ዉስጥ የሲንቄ ባንክ ቅርንጫፎች ከሚገኙበት አከባቢዎች የተወሰኑት


IHSAN CARDKafaltii daldala keessanii saffisaan raawwachuuf  Kaardii Siinqee IHSAN fayyadamaa.የግብይት ክፍያዎን ለማቀላጠፍ የሲንቄ ባንክ...
19/01/2024

IHSAN CARD
Kafaltii daldala keessanii saffisaan raawwachuuf Kaardii Siinqee IHSAN fayyadamaa.

የግብይት ክፍያዎን ለማቀላጠፍ የሲንቄ ባንክ ኢህሳን ካርድን ይጠቀሙ፡፡


Akkaataa Seera Itti Fayyadama Baajataa 50/30/20 tti, namni tokko galiisaa ji’aa gibira irraa bilisa ta’e bakka sadiitti ...
16/01/2024

Akkaataa Seera Itti Fayyadama Baajataa 50/30/20 tti, namni tokko galiisaa ji’aa gibira irraa bilisa ta’e bakka sadiitti qoodee itti fayyadamuu qaba. Innis 50% fedhii bu’uuraatiif, 30% wantoota barbaadnuuf, akkasumas 20% ammo Qusachuu barbaachisa. Namni galii dhaabbataa qabu tokko ittifufiinsaan waan kana hojiirra oolchuu akka qabu seerrichi ni ajaja. Galii gahaa argachuu dhiisullee namni tokko dinagdeesaa fooyyessuf waan argaturraa hanga tokko qusachuun barbaachisaa akka ta'e isin yaaddachiifna.

𝗕𝗮𝗮𝗻𝗸𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗾𝘂𝘀𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮; 𝗡𝘂 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶𝗻 𝗴𝘂𝗱𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮!


Baga gammaddan!Pirojeektoota biyyoolessaa gurguddoo naannoolee biyya keenyaa adda addaatti ijaaramaa jiran keessaa tokko...
13/01/2024

Baga gammaddan!
Pirojeektoota biyyoolessaa gurguddoo naannoolee biyya keenyaa adda addaatti ijaaramaa jiran keessaa tokko Gandi Ikkoo Tuurizimii Daandii Wancii yoo ta’u, har’a Amajjii 4, 2016 eebbifamaa jira. Kanuma waliin Baankiin Siinqee damee isaa Ganda Ikkoo Tuurizimii Wancii keessatti banuun daawwattootaa fi jiraattota naannoo sanaaf tajaajila baankii guutuu ta’e kennuuf qoophii isaa xumuree isiin egaa jira.

እንኳን ደስ አላችሁ!
በተለያዩ አከባቢዎች እየተገነቡ ካሉ ግዙፍ ሃገራዊ ፕሮጀክቶች መካከል አንዱ የሆነዉ ወንጪ ዳንዲ ኢኮ ቱሪዝም መንደር በዛሬው እለት ጥር 4 ቀን 2016 ዓ.ም በደማቅ ሁኔታ እየተመረቀ ሲሆን ሲንቄ ባንክ በኢኮ ቱሪዝም መንደሩ ቅርንጫፍ ከፍቶ ለጎብኝዎችና ለአከባቢው ነዋሪዎች የተሟላ የባንክ አገልግሎት ለመስጠት ዝግጅቱን አጠናቆ ይጠብቆታል፡፡


06/10/2023
21/04/2023

Baga Ayyaana Iid Al-Faxir 1444ffaan Nagaan Isin Ga’e!
Iid Mubaarak!

እንኳን ለ1444ኛው የኢድ አል-ፈጥር በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
ኢድ ሙባረክ!
Siinqee
gara milkaa'inaatti

Address

Kombolcha
Harer
MELKARAFU

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Siinqee Bank Gurawa Branch posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share