Sherif Abdi

Sherif Abdi Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sherif Abdi, Harar.

13/03/2026

አላህ ቀልብን እንጂ ልብስን አይመለከትም
ድሃ ብትሆን ሀብታም ብትሆን ሁሉም የሰው ልጆች አላህ ፊት እኩል ነው ። ሱብሃን አላህ አላህ ሙሉ ጤናን ይመልስለት 🥺🤲

19/01/2026

Kedir Mertu

02/01/2026

Alex Taye

17/12/2025

AFAAN OROMOO

Ennaa tokko
Si’a tokko
Al tokko
Wayita tokko
Yeroo tokko
hoo tokko
yogguu tokko

Kanuma hunda keessaa bahee namni hedduun yoo“Gizee tokko” jedhu….!

Arjaan waan meeqa kalaqu
Maaf ganda ergisaa Dhaqu?
nama jechisiisa!

Isin kam fayyadamtu?

22/10/2025

Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa irraa taa'uuf waraqaan eenyummaa biyyoolessaa ( National ID) haal duree jedhamee

Oduu TEETU TAHA( Onk 22/2025) Finfinnee

Tajaajilli madaallii barnootaa fi qormaataa "Waraqaan eenyummaa biyyoolessaa qormaata kutaa 12ffaaf haal-dureedha" jedheera.

"Barataan bara 2018 qormaata kutaa 12ffaa fudhatu kamiiyyuu waraqaa eenyummaa biyyoolessaa (National ID) guyyaa galmeen duratti fudhatee harkaa qabaatu qaba " jedhaniiru.

Barataan Waraqaa eenyummaa biyyoolessaa hin qabne qormaataaf galmaa'uus ta'ee haala kamiinuu qormaaticha fudhatuu hin danda'u " jedhuun hubachiisaniiru.

Barattoonni 'National Id' qabatanii akka argamniif :-

-Maatiin barattoota
-Barsiisonnii
- Hoggantoonni barnoota
-Qaamnii miidiyaas deeggarsa akka taasisu waamicha godhaniiru.

24/09/2025

Jomoree

Yosan Getahun wallee haaraan dhufaa jira.
Welcome bro milkaa’i!

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sherif Abdi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share