Cooperative Bank of Oromia QOBO branch

Cooperative Bank of Oromia QOBO branch The Bank Committed to Breakthrough!!!

31/10/2023

Har'i Guyyaa Qusannaa Addunyaati! Tarkaanfiin har’a qusachuuf taasiftan, diinagdee keessan egeree amansiisaa taasisa. Kan abjoottan dhugoomsuuf qusannaa har’uma eegalaa!

ዛሬ የዓለም የቁጠባ ቀን ነው! ዛሬ የምትወስዱት እርምጃ የወደፊት ሂወትዎን አስተማማኝ ያደርገዋል። ለህልምዎ ስኬት ዛሬውኑ መቆጠብ ይጀምሩ!

25/10/2023
https://www.facebook.com/100064389983361/posts/732323055590687/?mibextid=ApY4NHSDVXYkqJr0
25/10/2023

https://www.facebook.com/100064389983361/posts/732323055590687/?mibextid=ApY4NHSDVXYkqJr0

Pirofeesar Gabbisaa Ejjataa, qorannoo Sanyii midhaanii haala qilleensaa gogaa fi ilbiisota dandamatu irratti taasisaniin bu’aa argamsiisaniif Medaaliyaa Saayinsii Biyyoolessaa Ameerikaa Pirezidaantii Joo Baayideniin badhaafamuu isaaniitti gammachuu guddaatu nutti dhagaa’ama.
Baga Gammaddan !

ፕሮፌሰር ገቢሳ ኤጄታ ደረቅ የአየር ሁኔታና ተባይ መቋቋም በሚችል የእህል ዘር ላይ ባደረጉት ምርምር ባስገኙት ውጤት የአሜሪካ ብሄራዊ የሳይንስ ሜዳሊያ በፕሬዝዳንት ጆ ባይደን በመሸለማቸው ከፍተኛ ደስታ ይሰማናል።
እንኳን ደስ አላችሁ!

14/10/2023

Baankiin keenya kaffalaa gibiraa sadarkaa olaanaa ta’uun beekamtii kabajaa Pilaatiiniyemii Ministira Galiiwwanii irraa argateera. Badhaasni kun hirmaannaa guddina dinagdee biyyaa keessatti qabnu kan mirkaneessuudha. Qaama imala keenyaa ta'uu keessaniif galatoomaa!

ባንካችን ከፍተኛ ግብር ከፋይ በመሆን የፕላቲኒየም የክብር እውቅና ከገቢዎች ሚኒስቴር ተቀብሏል። ይህ ሽልማት ለሀገራች የኢኮኖሚ እድገት የበኩላችንን እየተወጣን መሆናችን የሚያረጋግጥ ነው።
የጉዞአችን አካል ስለሆናችሁ እናመሰግናለን!

Telegraamii maal fa'iif fayyadamtu?  Jaalawwan keessan ittiin dubbisuuf, faayiloota walii dabarsuuf, odeeffannoo argachu...
31/08/2023

Telegraamii maal fa'iif fayyadamtu?
Jaalawwan keessan ittiin dubbisuuf, faayiloota walii dabarsuuf, odeeffannoo argachuuf...?

Koop Chaappaagraam https://t.me/ChapagramBot Telegraamiirratti haala salphaafi nageenyi isaaa eegameen maallaqa erguufi,biyya keessaa fi alaa fudhachuu akkasumas kaffaltii raawwachuu akka isin dandeessisu quba qabduu?

🕑 Sekondii keessatti kaffaluun yeroo keessan qusadhaa! Dursa appii COOPAY-EBIRR kana tuquun buufadhaa! http://onelink.to...
22/08/2023

🕑 Sekondii keessatti kaffaluun yeroo keessan qusadhaa!

Dursa appii COOPAY-EBIRR kana tuquun buufadhaa!
http://onelink.to/fwbb3k irratti kan argamu
Odeeffannoo dabalataaf 📞 609 bilbilaa.
💯
💯
💯

'aa

19/08/2023

🕑 በሰከንዶች ውስጥ ከፍለው ጊዜዎትን ይቆጥቡ !

መጀመሪያ የኢ-ብር መተግበሪያን ይህንን በመጫን ያውርዱ!
http://onelink.to/fwbb3k
ለተጨማሪ መረጃ 9119 ላይ ይደውሉ ።
#ይላኩ💯
#ይክፈሉ💯
#ይቆጥቡ💯

#ኢብር #ፈጣን #አስተማማኝ #ክፍያ #ነዳጅ #ክፍያ

14/08/2023
Dear All our customers, please you can join or contact us through our Telegram channel...
14/08/2023

Dear All our customers, please you can join or contact us through our Telegram channel...

20/07/2023

Address

Oromia, Kobo
Dadar

Opening Hours

02:00 - 13:00

Telephone

+251253370592

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Cooperative Bank of Oromia QOBO branch posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Cooperative Bank of Oromia QOBO branch:

Share

Category