Baankii Siinqee Damee Awwaday

Baankii Siinqee Damee Awwaday Financial Service

23/09/2022
Baankiin Siinqee Damee Awwadaay Eyba Braandii Haarawa Sadarkaa Dameetti Bakka Abbaan gadaa fi Haati Siinqee Akkasuma Hoo...
23/09/2022

Baankiin Siinqee Damee Awwadaay Eyba Braandii Haarawa Sadarkaa Dameetti Bakka Abbaan gadaa fi Haati Siinqee Akkasuma Hoogganaan Siyaasa Paartii Badhaadhinaa fi Hooggantoonni Bulchinsa Magaalaa Awwadaay jiranitti Haala Ho'aa ta'een gaggeeffamaa Ole.

Baankiin Siinqee Baankii Ummata Oromooti hoggaa Jennu Akkanumatti Lafaa kaaneemiti Baankiin Siinqee Damee Awwaday Dubart...
21/04/2022

Baankiin Siinqee Baankii Ummata Oromooti hoggaa Jennu Akkanumatti Lafaa kaaneemiti Baankiin Siinqee Damee Awwaday Dubartoota harka qalleeyyii fi Dubartoota Abbaan Manaa irraa Du'ee maatii kophaa isaanii guddisutti jiran kan waan hojiin Uummatan dhabuuf jireenyi hedduu itti ulfaatee mana isaanii keessatti kophaa rakkachaa jiran deemee waamee Leenjii gahaa ta'e keenneefii akka isaan hojiin Uummatanii jireenya isaanii jijjiiraniif Qarshii hojii ittiin Uummatan bifa liqiitiin akkanatti kennaafi jira kanaaf Baankiin Siinqee Baankii hiyyeeysati waan ta'eef koottaa kan qabuus nu biratti qusadhaa kan hin qabnees liqeeffadhaa Baankii Siinqee Humna Jijjiramaati.

Baga Soomana Bara 1443 tiin Isiniin gahe.
01/04/2022

Baga Soomana Bara 1443 tiin Isiniin gahe.

08/03/2022

Address

Aweday
Aweday

Telephone

+251256620107

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baankii Siinqee Damee Awwaday posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share