Michu Officil

Michu  Officil Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Michu Officil, Financial service, Addis Ababa.

04/01/2025

ለተጨማሪ መረጃ
Odeeffannoo dabalataaf
For information
0996989822

Baga Guyyaa Du'aa ka'uu gooftaa keenya iyesuus kiristoos ittiin isin gahe. "Waldaa Qusannaa Fi Liqii Michuu I/G/K/M"
05/05/2024

Baga Guyyaa Du'aa ka'uu gooftaa keenya iyesuus kiristoos ittiin isin gahe. "Waldaa Qusannaa Fi Liqii Michuu I/G/K/M"

እንኳን ለብርሃነ ትንሳዔዉ በሰላም አደራሳችሁ። ምቹ የገንዘብ ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/የኅ/ሥ/ማ።
05/05/2024

እንኳን ለብርሃነ ትንሳዔዉ በሰላም አደራሳችሁ።
ምቹ የገንዘብ ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/የኅ/ሥ/ማ።

Hordoftoonni Amantaa Islaamaa hundi baga guyyaa ayyaana Iid al-Faxriin nagaan geessan!   Iid  Mubaarakለመላው የእስልምና እምነት ተ...
09/04/2024

Hordoftoonni Amantaa Islaamaa hundi baga guyyaa ayyaana Iid al-Faxriin nagaan geessan!
Iid Mubaarak

ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች፣ እንኳን ለኢድ አል-ፈጥር በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
ኢድ ሙባረክ

Qusannaa Fi Liqii Michuu IGKM. #ምቹ የገንዘብ ቁጠባና ብድር ኅብረት ስራ ማህበር። Michu Saving And Creadit.

መልካም ዜና ለሁሉም ለምቹ የገንዘብ ቁጠባና ብድር ህብረት ስራ ማህበር አባላት እንኳን ደስ አላችሁ! ድርጅታችን ምቹ ለአባላቶቹ መልካም ዜና እያበሰሬ ይገኛል። ከላይ ለመግለፅ እንደተሞከረው ...
21/03/2024

መልካም ዜና
ለሁሉም ለምቹ የገንዘብ ቁጠባና ብድር ህብረት ስራ ማህበር አባላት እንኳን ደስ አላችሁ! ድርጅታችን ምቹ ለአባላቶቹ መልካም ዜና እያበሰሬ ይገኛል።
ከላይ ለመግለፅ እንደተሞከረው ምቹ የገንዘብ ቁጠባና ብድር ህብረት ስራ ማህበር ከዚህ ቀደም ይጠቀምበት የነበረውን የማኑዋል አሰራር ዘዴ በማሻሻል ወደ ዲጂታላይዝድ በማሳደግ ለአባላቱ ተደራሽነት እንደምመች በማድረግ ዝግጅቱን እያጠናቀቀ ይገኛል።
ውድ የምቹ መስራች አባላት ከዝህ በፊት ከስስተም ጋር ባለመያያዙ ምክንያት አባሎቻችን ባሉበት ቦታ ሆኖ በቀላሉ ለመመዝገብ፣ ለመቆጠብ እና ሼር ለመግዛት ስትቸገሩ እንደነበራቹ እንገነዘባለን።
ስለዚህ ድርጅታችን ይህንን ችግር ሙሉ በሙሉ በመፍታት በቅርቡ ከየትኛውም ቦታ ሆናችሁ መመዝገብ፣ መቆጠብ እና አክሲዮን መግዛት የሚያስችል የዲጂታል ስርአዓት እየዘረጋን መሆኑን በደስታ እናሳዉቃቸዋለን።
ማሳሰብያ;
ምቹ የገንዘብ ቁጠባና ብድር ህብረት ስራ ማህበር ተመዝግባቹ፣ ቁጠባ የጀመራቹ እና አክሲዮን የገዛቹ ነገር ግን የቁጠባ ደብተር ያልወሰዳቹ ሰዎች ድርጅቱ ማኑዋል የነበረዉን የአሰራር ስራዓት ሙሉ በሙሉ ወደ ሲስተም ስለምቀየር በተቻለ ፍጥነት የቁጠባ ደብተራችሁን እንዲትወስዱ እናሳስባቸዋለን።
(ምቹ የገንዘብ ቁጠባና ብድር ኃላፍነቱ የተወሰኔ የኅብረት ሥራ ማኅበር )

Oduu AagaaMiseensota Waldaa Hojii Gamtaa Qusannaa Fi Liqii MICHUU hundaaf. Baga gammaddan! Dhaabbanni keenya MICHUUN odu...
21/03/2024

Oduu Aagaa
Miseensota Waldaa Hojii Gamtaa Qusannaa Fi Liqii MICHUU hundaaf.
Baga gammaddan! Dhaabbanni keenya MICHUUN oduu aagaa miseensota isaatiif qabatee dhufaa jira.
Akkuma armaan olitti ibsuuf yaalletti Dhaabbanni Qusannaa Fi Liqii Michuu hojiilee hanga ammaatti hojjetaa ture irratti fooyya’insa siistemaan walqabate fi dhaqabamummaan isaa miseensota isaatif kan tolu fayyadamuuf qophii isaa xumuraa jira. Mala ammaan dura itti fayyadamaa ture kana fooyyessuun siistema isaa gara siistema diijitaalatti jijjiiruu miseensonni dhamaatii tokko malee iddo jiran irraa haala salphaa ta’een gara dhaabbata michuutti dabalamuu, qusachuu, sheerii bitachuu, liqeeffachuu kan dandeessisu qopheessuuf deemsa guddaa gochuun xumuraa kan jiru ta’uu isin beeksifna.
Egaa Kabajamtoota Hundeessitoota fi Miseensota Waldaa Michuu, amma dura sababa maanuwaalii ta’eef (siistemaan wal hin qabatiniif) miseensonni keenyaa iddoo jirtan irraa salphumatti galmaa’uu qusachuu, fi sheerii bitachuu kan yaada’aa turtan ta’uu ni beekna. Kanaaf amma booda garuu guutummaatti rakoo kana furuudhan bakka jirtan irraa taatanii Dhaabata keenyatti Galmaa’uu, Qusachuu akkasumas Sheerii bitachuu kan sin dandeessisu siistema Diijitaalaa yeroo dhihootti sin qaqqabsiisuf qophii keenya xumurree jira. Kanaaf yeroo gabaabaa booda dhaabbanni michuu adeemsa hojii isaa gara siistema diijitaalatti jijjiiraa jira.
Namni kamiiyyuu siistema kanatti fayyadamuun biyya keessaas ta’e biyya alaarra daddabarsa maallaqaa dhaabbata michuu waliin qabu hordofuu kan isin dandeessisuu dha.
Hubachiisa;
Namoota dhaabbata MICHUU’tti galmooftanii qusannaa qusachaa akkasumas, sheerii bitattanii garuu dabtara qusannaa keessan osoo hin fudhatin jirtan hundaaf dhaabbanni keenya hojii isaa guutumaan guututti gara diijitaalatti waan jijjiiruf yeroo gabaaba kessatti dabtara qusannaa keessan akka fudhattan isiniin hubachiifna.
(Waldaa Hojii Gamtaa Qusannaa Fi Liqii Michuu itti Gaafatamummaan isaa Kan Murtaa’e)

ወደፊት ብቻ።
26/02/2024

ወደፊት ብቻ።

Gara Fuulduraatti qofa.
26/02/2024

Gara Fuulduraatti qofa.

የተከበራችሁ የምቹ መስራች አባላት። ምች የገንዘብ ቁጠባና ብድር ኅብረት ስራ ማህበር። በትላንትናው እለት (17/06/2016) ሁለተኛውን የስድስተኛ ወር ጠቅላላ ጉባኤውን በደማቅ ሁኔታ አክብ...
26/02/2024

የተከበራችሁ የምቹ መስራች አባላት።
ምች የገንዘብ ቁጠባና ብድር ኅብረት ስራ ማህበር። በትላንትናው እለት (17/06/2016) ሁለተኛውን የስድስተኛ ወር ጠቅላላ ጉባኤውን በደማቅ ሁኔታ አክብሯል። በጉባኤው ላይ በለሚ ኩራ ክ/ከተማ የወረዳ 10 ኀብረት ስራ ፅ/ቤት ና የለሚ ኩራ ወረዳ 10 ኮሙዩኒኬሽን ብሮ፣ እንዲሁም የምቹ ህብረት ስራ ማህበር መስራች አባል ተሳትፈዋል። ሃሳባቸውን አጋረተዉ የተወያዩ ስሆን። በተጨማሪም በርካታ ውሳኔዎችን ወስነዋ።

ምቹ ጉዞዉን ቀጥለዋል። ኑ አብረን እንስራ።
ያለን ሼር ጥቅት ነዉ። ስለዚህ ሼሩን በመግዛት ተቀላቀሉን።

Waldaan liqii fi qusannaa michuu oolmaa isaa guyyaa kaleessaatiin (17/06/2016) Yaa'ii walii galaa marsaa lammaaffaa kan ...
26/02/2024

Waldaan liqii fi qusannaa michuu oolmaa isaa guyyaa kaleessaatiin (17/06/2016) Yaa'ii walii galaa marsaa lammaaffaa kan ji'a jahaffaa haala hoo'aa ta'een kabajatee oolee jira. Yaa'ii kana irrattis hundessittoonni, itti gaafatamtoonni waldaa hojii gamtaa Kutaa magaalaa lammii kuraa Aanaa 10 akkasumas koominikeeshinii kutaa maagaalaa lammii kuraa aanaa 10 irratti argamanii jiru. Sagantaa kana irratti hundeessitootni waldaa michuu ajandaa garaa garaa irratti mari'achuun Murtoowwan dabarsanii jiru.
Michuun deemsa isaa itti fufee jira. Kottaa waliin hojjenna.
Sheeriin nuti qabnu muraasa waan ta'eef, bitadhaa hiree keessan qoodadhaa.

Dilbata Boruu 17/6/2016 sa'aa 3:00 irraa egalee yaa'ii walii galaa marsaa 2ffaa kan ji'a 6ffaa waan qabnuuf naannoo mari...
24/02/2024

Dilbata Boruu 17/6/2016 sa'aa 3:00 irraa egalee yaa'ii walii galaa marsaa 2ffaa kan ji'a 6ffaa waan qabnuuf naannoo marii geddu gala dargaggootaa aanaa 10 keessatti akka nuuf argamtan kabajaan isin beeksifna.
(L Bil ; 0927043333)
👉Waldaa Hojii Gamtaa Michuu.
የተከበራችሁ የምቹ አባላቶች በሙሉ። እንደምታወቀዉ ነገ እሁድ 17/6/2016 ከጠዋቱ 3:00ሰዓት ጀምሮ የ2ኛ ዙር 6ኛ ወር ጠቅላላ ጉባኤ ስላለን፣ መሪ ወረዳ 10 ወጣት ማእከል ዉስጥ በሰዓቱ አንድገኙልን በአክብሮት እናሳውቃለን።
(ለ መረ; 0927043333)
👉ምቹ ኀብረት ሥራ ማኀበር።

Address

Addis Ababa

Telephone

+251927043333

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Michu Officil posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share