Waldaa Humna Kristoosiin Hiikamuu Dhaloota Addunyaa

Waldaa Humna Kristoosiin Hiikamuu Dhaloota Addunyaa Inni hidhaan isa dadhabe hidhaakee hiika

08/09/2025

Faar Ayyaanaa Kabbadaa

06/09/2025

Konfiraansiin keenya karaa toora imoon kan ture akkataa addaan Waaqayyo nu gargaaree Xumureera.
Faar Likkasaa Abarraa

  ♨️Isin garuu, hafuurri qulqulluun yommuu isin irra bu'u, humna in godhattu; Yerusaalemitti, Yihudaa hundumaatti, Samaa...
25/08/2025

♨️
Isin garuu, hafuurri qulqulluun yommuu isin irra bu'u, humna in godhattu; Yerusaalemitti, Yihudaa hundumaatti, Samaariyaatti, hamma andaara lafaattis dhuga-baatuu koo in taatu” isaaniin jedhe*.
Hoje 1:8

09/12/2023

Waaqayyoof wanti dadhabamu hin jiru” jedhee deebiseef*.
Wangeela Luqaas 1:37

06/12/2023

Balbala Banamaa Yeroo Barsiisa Ajaa'iba Dhaggeeffadhaa
30/11/2023

Balbala Banamaa Yeroo Barsiisa Ajaa'iba Dhaggeeffadhaa

03/11/2023

Faar Bojaa Nan Milkaa'a.

25/10/2023

Yeroon Waaqayyo siif lolu amma.
Museen immoo saba sanaan, “Warra Gibxii warra har'a argitan kana deebitanii akka kanatti lammaffaa waan hin argineef, hin sodaatinaa, jabaadhaa dhaabadhaatii har'a gocha Waaqayyo isin fayyisuudhaaf raawwatu ilaalaa!
Amma Waaqayyo isiniif in lola, isin gabii argadhaa!” jedhe*.
Seera Ba'uu 14:13-14

Address

Addis Ababa

Telephone

+251919571555

Website

https://www.facebook.com/groups/507445077431821/

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Humna Kristoosiin Hiikamuu Dhaloota Addunyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Waldaa Humna Kristoosiin Hiikamuu Dhaloota Addunyaa:

Share