Feyojemalplc

Feyojemalplc 1. irratti Saba Oromoo dinagdeedhaan cimsuu.
2. Konkolaataa gaarii fi mana bareedduu kan wantoota seeraan

02/02/2024

7006 likes, 508 comments. “ ”

29/01/2024

Watch, follow, and discover more trending content.

12/01/2024

"...Jaarsii yeroo baay'ee yammu Rafu halkan Abjuudhaan dubbata... jaartiin wanni kun jeeqeni hirriba dhorkeen... sababa kanaan yeroo hunda ganama yammu hirribaa kahan wal falmu...jaarsii 'ani takkaa hirriba kessa dubbadhe hin beeku' ..jedha isiin ammoo ' ha akkasi aboo akka gaazexessitootaa hasawaa hirriba na dhorkita ' ..jetten.... Jaarsi " Hayyee sagalee waraabiti lafa kaa'i ganama na dhageessifta dubbachuu fi dhisu koo" jedhe.. kanarratti wali galan.... halkan akkuma baramee Jaarsi abjuudhaan dubbachu yammu eegalu jaartiin silkii fudhatte sagaale waraabde ganama wanta mormaa ture dhaggeessisuuf lafa ka'atte....
'
'
'
'
Ganama yammu jaarsa isii hirribaa dammaqsuuf yaaltu Jaarsi adunyaa kessaa godaanera....

Jaartiin sagalee waraabde sana yeroo hunda rafuu isitiin dura dhaggeeffachaa imimmaan yaaftii.." jedhan.

Halkan gaarii!
...oso hirribni harraa kessan kun ka dhumaa tahe... qubsumni kessan essa ka ta'u isinitti fakkaata? Jannata moo jahaannam??

lubbuun hundi of beetti waan isiin akhiiraaf dalagattee... qormaatamu kessan dura of qormaataa.

01/10/2023

Address

Adama

Telephone

+251911719336

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Feyojemalplc posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Feyojemalplc:

Share