GMgym

GMgym Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from GMgym, Collection agency, cairo Al maadi, Maadi .

09/04/2024
27/03/2024
07/03/2024

Yaadannoo Soomana bara Dabree. Jolee dire dhawa tan Cairo jirtu 2023

06/03/2024

كل سنه وانتم بالف خير وسعادة Obboleeyan islaama khan adunya jirtan hundi kheeysanuu baga baatii khabajamtu tanaan isin gahe .
_____________________________

💠 Kana Baranaa Hamdii

💠Kan Bara Dhufuu Abdii

🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌

Direee ❤❤❤❤ 💪💪💪💪
02/03/2024

Direee ❤❤❤❤ 💪💪💪💪

Check out dire global network's video.

Dire Dawa International Stadium 🏟️Baga gammanne baga gammaddan!🎉🥳👏Akkuma beekkamu stadiumni Dirree ogeessota qorannoo fi...
29/02/2024

Dire Dawa International Stadium 🏟️
Baga gammanne baga gammaddan!🎉🥳👏

Akkuma beekkamu stadiumni Dirree ogeessota qorannoo fiifaan qorannoorra tureen bu’aan qorannichaa staadiumiin kun fiifaan ulaagaa hunda kan guuttateetiifi taphoota gurguddaa keessummeessuufis gahumsa qaba jedhamuun mirkaneeffamee ture.

Guyyaa har’aas FiFA addunyaa irraa waraqaa beekkamtii argatee jira.warroonni hojii dinqii khana hojjattan Kadir Juhar Ibrahim fi Team isaanii marti baga firii dadhabbii keessanii argitan.

𝐃𝐈𝐑𝐑𝐄𝐄 - 𝐃𝐇𝐀𝐖𝐀𝐀 💚
𝑻𝒉𝒆 𝑸𝒖𝒆𝒆𝒏 𝒐𝒇 𝑫𝒆𝒔𝒆𝒓𝒕 𝒄𝒊𝒕𝒚......

Walumaanu baga gammannee khabajamoo kantiibaa bulchiisa Dirree Dhawaa Kadir Juhar Ibrahim  fi hawaasni Dirree Dhawaa akk...
29/02/2024

Walumaanu baga gammannee khabajamoo kantiibaa bulchiisa Dirree Dhawaa Kadir Juhar Ibrahim fi hawaasni Dirree Dhawaa akkasuma hawaasni Itiyoophiyaa marti.

እንኳን ደስ አለን! የድካማችንን ፍሬ አይተናል።
Baga gammanne! Firii dadhabbii teenyaa arkinee jirra.
Hambalyo! Waan aragnay midhaha dadaalkeena.
Congratulations! at last our hard work paid us well.

28/02/2024

𝐃𝐈𝐑𝐑𝐄𝐄 - 𝐃𝐇𝐀𝐖𝐀𝐀 💚
𝑻𝒉𝒆 𝑸𝒖𝒆𝒆𝒏 𝒐𝒇 𝑫𝒆𝒔𝒆𝒓𝒕 𝒄𝒊𝒕𝒚......

Dire global network

Address

Cairo Al Maadi
Maadi

Telephone

+201124668296

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when GMgym posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to GMgym:

Share